17/09/2025
Quraanni waa’ee Iyesuus maal jedhaa ?
1. Hafuuraan dhalate. Suuratu Al-nissa’ii 4:171
2. Dinqiidhaan dhalate. Suratu Meriyam 19:15-33
3. Durba irraa abbaa malee dhalate. Suratu Al-meriyam 19:15-36 4. Masihii dha. Al-nissa’ii 4:171
5. Hafuura Allaahaa dha. Al-nissa’ii 4:171
6. Hafuura Allaahaa dha. Suratu Al-nissa’ii 4:171
7. Sagalee Allaah dha. Suratu Al-nissa’ii 4:171
8. Qulqulluu dha cubbuun irra hin jiru. Suratu Meriyam 19:14-21 9. Jireenya uumeera. suratu Al-ma’idaahii 5:110
10. Dhukkubsatoota fayyiseera. Suratu Al-ma’idaay 5:110
11. Kan du’e kaaseera. Suratu Al-ma’idaay 5:110
12. Mucummaa isaatti dubbateera,suratu meriyaam 19:30.
13. Dinqiidhaan dhalate. suratu Al-anbiyaa 21:19 14. Hundumaa beeka. suratu Ali-imraa 3:49
15. Dinqii Allaah dha. Al-anbiyaa 2:19
16. Mallattoo uumaadha. suratu Al-mu’iiminuum 23:50
17. Fakkeenya uumaadha. suuratu Al-zuhaaruu 48:57
18. Ammas ta'ee addunyaa isa dhufuuf kan kabajameedha. suratu meriyam 19:31
19. Kan isa duukaa bu'an ni eebbifamu. suuratu Ali-imraan 3:55
20. Waan hin duuneef; jireenyatti waan jiruuf duuka buutonni isaa jireenyatti ni jiraatu.
suratu mariyem 3:55 21. Jaamaa baneera. suratu Ali-imran 3:49
22. Warra isa duukaa hin buune hin dirqisiisne. suratu Al-maidaah 5:46
23. Dinqii kan hojjetuudha. suratu Aliihemra 3:49.
24. Lubbuun namaa akka hin banneef kan du’e kaaseera. suuratu Al-imra 5:110 25. Hafuuraan kan mullatee dha. suratu meriyam 19:15-33
26. Duuka buutota isaa gaarummaa barsiise. suratu Alii imraan 3:52
27. Seexana, dukkuba, du’a nama irraa kaaseera. suuratu Al-ma’idaah 5:10
28. Ergaa fudhatee ture dabarseera. suratu mariyem 19:30-33 29. Dhalateera, Du’eera, Du’aa ka’eera. suratu meriyem 19:33
30. Gara waaqaatti ol ba’eera. suratu Al-nissa’ii 4:157
31. Deebi’ee in dhufa. suratu Al-zuhaaruu 43-61
“Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!”