02/08/2026
A Legacy of Excellence!(የልዕልና ውርስ!)
"Oromia clubs have established one of the most consistent records in Ethiopian Clubs Championship history."
Oromia clubs continue to set the standard in the Ethiopian Clubs Championship.
🏆 Champions: 2014EC
⭐ 4 Consecutive years Semi-Final Appearances
⭐ 3 Consecutive years Final Appearances
These achievements reflect the dedication of our players, coaches, club officials, supporters, and the Oromia football community and OFF.
Your passion and commitment have made Oromia a powerhouse of Ethiopian club football.
Congratulations to every Oromia club for inspiring the next generation. Keep making history!
"Pride of Oromia. Strength of Ethiopian Football.
!
"Kilaboonni Oromiyaa seenaa Shaampiyoonaa Kilaboota Itoophiyaa keessatti rikoordii wal irraa hin cinne galmeessaniiru."
Kilaboonni Oromiyaa Shaampiyoonaa Kilaboota Itoophiyaa irratti sadarkaa kaa'uu itti fufaniiru.
🏆 Shaampiyoonaa: bara 2014
⭐ Waggoota 4 walitti aansuun Walakkaa Xumuraaf ga'uu
⭐ Waggoota 3 walitti aansuun Xumuraaf ga'uu .
Bu'aawwan kunneen of kennuu taphattootaa, leenjistootaa, qondaaltota kilabootaa, deeggartootaa,hawaasa kubbaa miilaa Oromiyaa fi Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa calaqqisiisa.
Fedhii fi kutannoon keessan Oromiyaa humna kubbaa miilaa Itoophiyaa taasiseera.
Kilaboonni Oromiyaa dhaloota itti aanuuf kaka'umsa ta'an hundaaf baga gammaddan. Seenaa hojjechuu itti fufaa!
"Boonsaa Oromiyaa. Cimina Kubbaa Miilaa Itoophiyaaf."
Taphi har'aa kun si'oominaan eegama .
የልዕልና ውርስ!
"የኦሮሚያ ክለቦች በኢትዮጵያ ክለቦች ሻምፒዮና ታሪክ ውስጥ እጅግ ወጥ የሆነ ሪከርድ አስመዝግበዋል።"
የኦሮሚያ ክለቦች በኢትዮጵያ ክለቦች ሻምፒዮና ደረጃውን ማስጠበቅ ቀጥለዋል።
🏆 ሻምፒዮኖች፡ 2014ዓ.ም
⭐ 4 ተከታታይ ዓመታት ለግማሽ ፍጻሜ `
ደርሰዋል።
⭐ 3 ተከታታይ ዓመታት ለፍጻሜ
ደርሰዋል ።
እነዚህ ስኬቶች የተጫዋቾቻችንን፣ የአሰልጣኞቻችንን፣ የክለቡ ባለስልጣናትን፣ የደጋፊዎቻችንን ፣ የኦሮሚያ የእግር ኳስ ማህበረሰብን ቁርጠኝነት እና የኦሮሚያ እግር ኳስ ፌዴሬሽን ቁርጠኝነትን ያንፀባርቃሉ።
የእርስዎ ፍላጎት እና ቁርጠኝነት ኦሮሚያን የኢትዮጵያ እግር ኳስ ዋና ማዕከል አድርገውታል።
ለሚቀጥለው ትውልድ ስላነሳሳችሁት ለእያንዳንዱ የኦሮሚያ ክለቦች እንኳን ደስ አላችሁ። ታሪክ መስራትዎን ይቀጥሉ!
"የኦሮሚያ ኩራት። የኢትዮጵያ እግር ኳስ ጥንካሬ።