Isportii dursan

Isportii dursan Fullii kun fuula bashannanaa ta'uu bira dabree fuula Afaan Oromoo ittiin dagaagudha.

06/11/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Maddaa Beekumsa Addunyaa, Ayana Da

18/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Magarsaa Maariqoos Boruu, Jalata Sigimo, Bilisumma Ambassa Bilisummaa Ambasse, Sadam dambi, A Jaber Muhammed, Firaol Galana, Harargee Show, Masuud Mahamudi

 * Aleks Garshiyaan kilabasaa Giroonaa gadhiisuun gara kilaba shaampiyoonaa Jermanii baranaatti Baayarn Liivarkusanitti ...
13/06/2024


* Aleks Garshiyaan kilabasaa Giroonaa gadhiisuun gara kilaba shaampiyoonaa Jermanii baranaatti Baayarn Liivarkusanitti imale.
* Hirooki Ito nis €30m n gara Baayar Muunikitti makamu kilabichi ifoomsera.
* Luwis Gulhemeenis gara warra Weestihaamitti dhufu kilabichi beeksiseera.
* Lloyid Keelinis kilabasaa Barnimaawuz bilisaan gadhiisun Niwkaastilitti makamuun ifa taheera.

 - Eriik Teenhaag leenjisaadhuma Maanchastar Yunaaytiid tahani akka itti fufan beekame. maaddii gaazexaa The Atleetiki- ...
12/06/2024


- Eriik Teenhaag leenjisaadhuma Maanchastar Yunaaytiid tahani akka itti fufan beekame. maaddii gaazexaa The Atleetiki
- Beenjaamiin Seeskoon Arsenaaliin,Manchastar Yunaaytidii fi Cheelsiidhaan haalaan barbaadama ture achuma RB Layzhik turee walii galtee haaraa mallatteessuf jira.maddi gaazexessaa amanamaa Fabriziyoo Roomaanodha.

 Tosi Aderbayoo taphata bara darbe Fuulaamiif taphataa ture bilisaan warra Cheesiitti makamu gaazexessaan amanamaa Faabr...
07/06/2024


Tosi Aderbayoo taphata bara darbe Fuulaamiif taphataa ture bilisaan warra Cheesiitti makamu gaazexessaan amanamaa Faabriziyoo Roomaanoo ifa godhe.

Aantoonii koonteenis Naappoolii leenjisuuf waiigaleera. maddi fuula fb Faabriziyoo Roomaanoti.
05/06/2024

Aantoonii koonteenis Naappoolii leenjisuuf waiigaleera. maddi fuula fb Faabriziyoo Roomaanoti.

Enzo Mareeskaa leenjisaa taasisuu Cheelsiin ifoomsera. warra Cheelsii Enzoorraa maal eegdu?
03/06/2024

Enzo Mareeskaa leenjisaa taasisuu Cheelsiin ifoomsera. warra Cheelsii Enzoorraa maal eegdu?

 Hoozeenis kilaba Turkiye Feenarbaachee leenjisuuf waiigaleera.
02/06/2024


Hoozeenis kilaba Turkiye Feenarbaachee leenjisuuf waiigaleera.

 Oduu AmmeeKiliyaan Baappeen tapha shaampiyoons liigii galgalaa booda sanada waliigaltee taphata kilaba Maadrid isa taas...
02/06/2024


Oduu Ammee
Kiliyaan Baappeen tapha shaampiyoons liigii galgalaa booda sanada waliigaltee taphata kilaba Maadrid isa taasisu mallattessuf jira.

 Tooni Kiruus tapha xumuraa kilabasaaf taphateera. dhuma waancaa Awuroppaa booda kophee fannisa.
02/06/2024


Tooni Kiruus tapha xumuraa kilabasaaf taphateera. dhuma waancaa Awuroppaa booda kophee fannisa.

 * Haalli tarree hirira/formeeshini/ Maadriid 4 1 2 1 2 yoo tahu kan Dortimond immoo 4 3 3 ture.* kilaboonni lachuu dhib...
02/06/2024


* Haalli tarree hirira/formeeshini/ Maadriid 4 1 2 1 2 yoo tahu kan Dortimond immoo 4 3 3 ture.
* kilaboonni lachuu dhibbaa guddaa/ haay presingin taphachuuf yaalan.
* Dortimond sarara gidduutti / qixa lamaanitti olaantummaa yoo qabatu Riyaal immoo tokko sadaffaa dirree masaanu irratti muuxannoo qabu walin olaantummaa qaba ture.
* taphichi qaama walabaa taphicha ilaaluf bashannansiisaa ture.
* olaantummaan taaktikaa kan Anchelootii ture.
* carraa goolii tahuu umuun sadarkaa carraatiin Doortimond caaluus baayyinaan garu walmadaalaa turan.
* carraa goolii gara bu'aatti jijjiruun Abbaan waancaa Maadrid caalmaa fudhachuun injifateera.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Isportii dursan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Isportii dursan:

Share

Category