Dembi Dollo FC

Dembi Dollo FC Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dembi Dollo FC, Sports Team, Dembi Dolo.

🏆 Dambi Dollo Football Club 🏆
💛 From Dembi Dollo – The Land of Love
âš˝ Playing with passion, pride, and unity
🔥 Inspiring youth, building dreams, and chasing victory

Boardii fi qaamni leenjistotaa kilaba Urjii Lixaa guyyaa har’aa gabaasa raawwii bara 2018 dhiyeessuun, karoora gara fuul...
26/08/2026

Boardii fi qaamni leenjistotaa kilaba Urjii Lixaa guyyaa har’aa gabaasa raawwii bara 2018 dhiyeessuun, karoora gara fuulduraa irratti mari’ataniiru.

Gabaasni raawwii bara 2018, dura taa’aan garee leenjistootaa, Barsiisaa Tekalign Mokonnen, dhiyeessaniiru. Akkasumas, Boardiin kilabichaa hanqinoota jiran hunda furuuf bal’inaan mari’ateera.

Dura taa’aan Boardii kilabichaa, Kantiibaan Magaalaa Dambi Doolloo, Obbo Dabalaa Abdallaa, akka jedhanitti, “Kilabni kun imaajii magaalaa keenyaa fi godina keenyaa jijjiireera. Gara fuulduraattis cimee akka itti fufuuf, uummata keenya waliin ta’uun kilaba keenya caalaatti ni ceesisna,” jedhan.

📸 Roba Dereje 👌

Akkas malee⚽️💪 Arfan Alaku FC👌
20/08/2026

Akkas malee⚽️💪 Arfan Alaku FC👌

4n Alaakuun Rukuttaa Adda ba'insaa 9-8'n Dirree incinnii injifachuun marsaa mo'atanii darbuu 16 keessaaf darbeera .⚽️💪👌
17/08/2026

4n Alaakuun Rukuttaa Adda ba'insaa 9-8'n Dirree incinnii injifachuun marsaa mo'atanii darbuu 16 keessaaf darbeera .⚽️💪👌

4n Alaku FC⚽️👌💪
14/08/2026

4n Alaku FC⚽️👌💪

Galataa fi Hawwii GaariiKantiibaa Magaalaa Dambi Doolloo duraanii, Obbo Girmaa Dangalaa, yeroo hunda utuu of hin qusatin...
14/08/2026

Galataa fi Hawwii Gaarii

Kantiibaa Magaalaa Dambi Doolloo duraanii, Obbo Girmaa Dangalaa, yeroo hunda utuu of hin qusatin Urjii Lixaa bira dhaabbatanii deeggarsaa fi tumsa taasisaa turtaniif galanni keenya guddaadha. Dhugumaan ulfaadhaa, nuuf jiraadhaa! 🙏🏽

Akkasumas, Kantiibaa Magaalaa keenya haaraa, Obbo Dabalaa Abdallaa, imaanaa isinitti kenname kanaaf muudamuu keessaniif baga gammaddan isiniin jechaa, bara hojii keessanii kun bara milkaa’inaa, bu’aa qabeessummaa fi tajaajila gaarii akka isiniif ta’u, Kilabni Urjii Lixaa hawwii fi eebba gaarii isiniif qaba.

Galatoomaa! Ulfaadhaa! Bara hojii gaarii fi milkaa’ina qabu isiniif ha ta’u! 🙏🏽⚽️❤️🖤

Dembi Dollo FC – Urjii Lixaa

4n Alakuu fi Makkoo Billi 👌💪
12/08/2026

4n Alakuu fi Makkoo Billi 👌💪

Aadde Tujubee Horaa, sagalee bareedaa fi mi’aawaa VOA Afaan Oromoo irratti sagantaalee adda addaa dhiyeessuun kan beekam...
10/08/2026

Aadde Tujubee Horaa, sagalee bareedaa fi mi’aawaa VOA Afaan Oromoo irratti sagantaalee adda addaa dhiyeessuun kan beekamtu, biyya Ameerikaa irraa gara biyya dhufte. Carraa kanaanis kilaba baay’ee jaallattuuf kennaa kennitee jirti.

“Urjii Lixaatti harka duwwaa hin deemu” jettee, karaa obboleessa keenya yeroo mara Urjii Lixaa bira hin dhabamne, Gadaa Dureessaa, kubbaa mimmiidhagduu Urjii Lixaaf gumaachiteetti.

Aadde Tujubee, jaalala, deeggarsa fi tumsa Urjii Lixaaf gootaniif galatoomaa! 🙏❤️⚽

Congratulations Gimbi FC, the Western Lions, akkas malee!
02/08/2026

Congratulations Gimbi FC, the Western Lions, akkas malee!

Waldaan Kubbaa Miillaa Addunyaa qarqara bittina’u jala jirti. Confederation of African Football maal jedha gama isaatiin...
31/07/2026

Waldaan Kubbaa Miillaa Addunyaa qarqara bittina’u jala jirti. Confederation of African Football maal jedha gama isaatiin???

Waldaan Kubbaa Miilaa Ameerikaa (U.S. Soccer Federation) murtii Concacaf fi UEFA deeggaruun, karoora FIFA invastaroota dhuunfaa hirmaachisuuf dhiyaate morme. Pirezidaantiin FIFA Gianni Infantino qooda FIFA Forward Enterprises (FFE) gurguruudhaan doolaara biiliyoona 20 walitti qabuuf karoora dhiyeesse. Garuu Concacaf fi UEFA, invastaroonni dhuunfaa mirga tamsaasaa fi waliigaltee daldalaa FIFA World Cup fi dorgommiiwwan gara fuulduraa irratti dhiibbaa akka qabaatu hin barbaadan.

Kanaaf, Concacaf fi UEFA, FIFA World Cup qabeenya dhuunfaaf jala akka ooluuf yaada dhiyaate mormee, yoo murtoon kun hojiitti hiikame waldaa kubbaa miillaa kan Addunyaa keessaa baana jechaa jiru!

Congratulations to The Western Lions, welcome to the club!Gimbi FC Promoted to Ethiopian League One. Akkas malee.👌
27/07/2026

Congratulations to The Western Lions, welcome to the club!
Gimbi FC Promoted to Ethiopian League One. Akkas malee.👌

Address

Dembi Dolo

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dembi Dollo FC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category