Mati Sport

Mati Sport Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mati Sport, Sport & recreation, Finfinnee, Addis Ababa.
(1)

✅️ Odeeffannoo Ispoortii Biyya keessaa fi biyya alaa waytawaa argachuuf like, follow and share 👉 Mati Sport 👉 https://t.me/matisport

Real Madrid C.F. Taphataa ganna 19
12/08/2026

Real Madrid C.F. Taphataa ganna 19

Ani Balotelli fi Neymar  arge... Taphataan inni biraa eenyu?
02/08/2026

Ani Balotelli fi Neymar arge... Taphataan inni biraa eenyu?

19/07/2026
   france fi spain kamtu xummuraaf gaha?
12/07/2026

france fi spain kamtu xummuraaf gaha?

Kanaadaan Toomaas Paartee Viizaa dhorkuu hordofee tapha jalqabaa Gaanaan Paanaamaa waliin taphattu irratti akka hin hirm...
12/06/2026

Kanaadaan Toomaas Paartee Viizaa dhorkuu hordofee tapha jalqabaa Gaanaan Paanaamaa waliin taphattu irratti akka hin hirmaanne dhagahame🤔

Qopheessitoota Waancaa Addunyaa 23ffaa keessaa tokko kan taate Kanaadaan taphataa lammii Gaanaa Toomaas Paartee Viizaa seensaa dhorkite.

Kana hordofuun Paarteen tapha jalqabaa Gaanaan Paanaamaa waliin taasistu irratti akka hin hirmaanne The Athletic gabaaseera.

Taphni Maanchistar Arseenaaliin itti mo’ate tapha filatamaa bara waldorgommii 2025/26 Pirimeerliigii Ingilaandi tahuun f...
11/06/2026

Taphni Maanchistar Arseenaaliin itti mo’ate tapha filatamaa bara waldorgommii 2025/26 Pirimeerliigii Ingilaandi tahuun filatame.

Taphni pirimeerliigii Ingilaandi Maanchistar Yuunaayitid gara Arseenaalitti imaluun galchii 3 fi 2’n injifate tapha filatamaa bara waldorgommii 2025/26 jedhameera.

Tapha filatamaa bara waldorgommii liigichaa akka filatan carraa deeggartootaaf kennameen taphni Maayik Kaarik kilaba Maanchistar Yuunaayitid ittin dursee Arseenaaliin galchiiwwan 3 fi 2’n mo’ate tapha filatamaa liigichaa tahuun deeggartootaan sagalee caalmaa argateera.

Tapha deeggartootni filatamaa jechuun sagaleen mirkaneessan kun olaantummaa Maanchistariin kan goolabame yoo tahu Biriyaan Mibuumoo, Paatirik Doorguufi Maatiyees Kuunyaa Yuunaatidiif yoo lakkoofsisan Lisaandiroo Maartineez kilaba isaarratti galchii lakkoofsisuufi Mikee’el Meerinoon Arseenaaliif itti dabaluun goolabamuun ni yaadatama.

Taphichi tapha tokkicha Arseenaal dirree isaarratti bara waldorgommii 2025/26 mo’atame tahunis galmaa’era.

Waancaan Addunyaa 2026 Boru Waxabajjii 11,2026 eegala🏆✨Eenyutu Shaampiyoonaa ta'a❓
10/06/2026

Waancaan Addunyaa 2026 Boru Waxabajjii 11,2026 eegala🏆✨

Eenyutu Shaampiyoonaa ta'a❓

PSG CHAMPIONS taheera. ni malaaf  🇫🇷🏆Kilaba sia 2 walitti aansuun Champions League Nyaateera🔥Deeggartoonni Arsenaal jajj...
30/05/2026

PSG CHAMPIONS taheera. ni malaaf 🇫🇷🏆

Kilaba sia 2 walitti aansuun Champions League Nyaateera🔥

Deeggartoonni Arsenaal jajjaabaadhaa.

1:1 daqiiqaan 105’n golabamee jiraTokko yoo Arsenaal injifate boru hojii hingalu jechaa jira Anis hingalun jedheen silaa...
30/05/2026

1:1 daqiiqaan 105’n golabamee jira

Tokko yoo Arsenaal injifate boru hojii hingalu jechaa jira Anis hingalun jedheen silaa boru dilbataa 😃 😀

Tapha Priemier League England Bara 2026 haala kanaan goolabame
28/05/2026

Tapha Priemier League England Bara 2026 haala kanaan goolabame

Address

Finfinnee
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mati Sport posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share