Spoortii90

Spoortii90 Tsis sport page is only fo the purpose of sport information only

Mikel merino 19'
16/03/2025

Mikel merino 19'

16/03/2025

Arsenal GOALLLLLLLLLL

Darbii londonDaqiiqaa 13'Arsenal  0  0  Chelsea
16/03/2025

Darbii london
Daqiiqaa 13'
Arsenal 0 0 Chelsea

Seera haaraa kubbaa miilaa keessatti hojiirra ooluuf deemu!kaardii bulee
09/02/2024

Seera haaraa kubbaa miilaa keessatti hojiirra ooluuf deemu!
kaardii bulee

Pirezedaantiin Rippaablika Dimookraatawa Koongoo tapha biyyi isaanii Ivory koost waliin qabdu daawwachuuf hoggantoota mo...
06/02/2024

Pirezedaantiin Rippaablika Dimookraatawa Koongoo tapha biyyi isaanii Ivory koost waliin qabdu daawwachuuf hoggantoota mootummaa biroo waliin akka argaman gabaafamaara.

Taphataan Murteessaan Garee Biyyoolessaa Naayijeeriyaa Viktor Oosimiheen miidhama keessummeessuun himamaara.gara xumuraa...
06/02/2024

Taphataan Murteessaan Garee Biyyoolessaa Naayijeeriyaa Viktor Oosimiheen miidhama keessummeessuun himamaara.
gara xumuraatti darbuuf afrikaa kibbaa waliin taphni cimaan kan ishee eeguu naayijeeriyaan odeeffannoon kun bowwoo itti ta'eera.
osimheen garee naayijeeriyaa waliin akka hin imalles mirkanaa'eera.
Akka jedhame naayijeeriyaan taphaticha kan dhabdu yoo ta'e sarara fuulduraa naayijeeriyaa laafinni isa mudataan tilmaamameera.

06/02/2024
Lisaandro Maartinez tapha guyyaa boruu Manchester United Totenham waliin taasisu Irratti kan hirmaatu ta'uun beekameera....
18/08/2023

Lisaandro Maartinez tapha guyyaa boruu Manchester United Totenham waliin taasisu Irratti kan hirmaatu ta'uun beekameera.
Taphni tootinhaam fi man yunaayitid bor sa'aatii 1:30 eegala

primeerliigii Inglaand torbee 2ffaa har'a
18/08/2023

primeerliigii Inglaand torbee 2ffaa har'a

Address

Addis Ababa
SPORTS

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Spoortii90 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share