Arsii Oromiyaa

Arsii Oromiyaa Fuula kanarratti kan laalamu duudha oromoo kan ganamaati

Oromoota bahaa fii dhihaa jirra jirtuu?fayyaan keessan badhaadhaa?akkam nagumaa?Fuulli kan kan uumameef hanga danda'amee...
28/06/2022

Oromoota bahaa fii dhihaa jirra jirtuu?
fayyaan keessan badhaadhaa?
akkam nagumaa?
Fuulli kan kan uumameef hanga danda'ameen barnoota aadaa oromoo wallif qooduufi
Like
Comment
Shar
Gochuun nu deeggaraa.

Asjmaanuu gaaffii tanaaf deebee kenna.
Uffanni aadaa suuraa irratti argitan kun kan kutaa kamiiti?

Oromoo kutaan osoo wal hin qoonne fuula kana irratti affeeramtanii jirtan.Itti hirmaadhaFuulichis Kan ilaaluu Duudha oro...
27/06/2022

Oromoo kutaan osoo wal hin qoonne fuula kana irratti affeeramtanii jirtan.
Itti hirmaadha
Fuulichis Kan ilaaluu Duudha oromoo qofa osoo amantaa kamiinuu wal hin dhiibne tayuu isaa isin beksisuun barbaada.
Galanni keessan guddaadha.

Fuula oromoo tayuu kee qofaan
Like
Share
Gochuu hin irraanfatinaa.
Horaa Bulaa
-aadaa-kutaa-harar-irraa -Fudhatame

Address

Karaa 60
Haddah

Telephone

+967738344067

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arsii Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share