Oromiyaa Biyya Koo

Oromiyaa Biyya Koo Oromoon tokko

 Akkamittiin caaliiNadhagahu didda!Caalii sanyii dhiiraa Caalii sanyii guddaa!Warra dur lammiin keeTufee lafa ka'eeAjjee...
12/24/2025


Akkamittiin caalii
Nadhagahu didda!
Caalii sanyii dhiiraa
Caalii sanyii guddaa!
Warra dur lammiin kee
Tufee lafa ka'ee
Ajjeesu hin dibanne
Gafarsaa gaditti saawawatti lakka'ee
Yeroo yoo argatee raadiyoon
si waadee qawween si akaaye
Hammam lammii keetiin
Waligaltee dhabdee mana gumaa lixa
Ilmaa
Jedheeto Afaan kooti haa
hafu kan #5 tahe dhufu jedhe!

JL Oliiqaa

09/06/2025

“Yaalii Ajjeechaa Mana Hidhaa Keessatti Taayyee Danda’aa Irratti Aggaamame” irratti 5:00 PM ET irratti dubbii Dr Milkessa Gemechu fi Dr Etana H. Dinka taasisan akka daawwattan kabajaan isin affeerra.

Daqiiqaa 50 booda jechuudha.

https://www.youtube.com/live/lDwLVUB3VRM?si=jM69o0CGqAWbNHS3

Address

Live In Oromiyaa
San Francisco, CA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaa Biyya Koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromiyaa Biyya Koo:

Share

Category