16/04/2024
Baratuun Jannanni Argama
'ibaa
Assalaamualeeykum Warahmatullahi Wabarakaatuh
Oduu Gammachiisaa Hawaasa Magaala Nairobi tii fi Naannawa Isii Jiraattan Maraaf.
Jam'aa Gaaddisa Islaamaa Akkuma Amman Dura Muhaadaraalee Fi Sagantaalee Adda Adda Isiniif Qopheessaa Turetti Ammaas Muhaadaraa Ajaa'ibaa Sababaa Baniinsa Darsiileetin Wal Qaabatee Muhaadaara Mata Dureen Isii "Ilmii Baratuun Jannanni Argama"Jettu Qopheessee Isin Eegaa Jira
Khanaaf Warreen Magaalaa Nairobi tii fi Naannawa Isii Jiraattan Hundi Keessanuu Sagantaan Bareedduun Tun Akka Isin Hin Dabarre Khabajaafi Jaalalaan Isin Afeerra
Guyyaan//Khamisa Ganama
Sa'aa 3:00 (9:00Am)
April 18th / Iddoon Masjiida Kharaa Lamaa ( Oromo Mosque )