ANOLE Sports Club

ANOLE Sports Club Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ANOLE Sports Club, Sports, Doha.

Ashamaa akkam jirtu jaalattoota ispoortii fi hawaasa qatar doha Akkuma kanaan dura baratame guyyaa Ethiopia biyya Qatar ...
10/11/2024

Ashamaa akkam jirtu jaalattoota ispoortii fi hawaasa qatar doha

Akkuma kanaan dura baratame guyyaa Ethiopia biyya Qatar sababeefachuun waggaa waggaan dorgommiin ispoortii fi sagantaalee gara garaa qophaayaa turuun isaa beekkama baranas marsaa torbaffaaf qophiin eegaluu isaa qindeessitoonni sagantichaa beeksisan guyyaan galmee dorgomtoota garee gaafa guyyaa 10/11/2024 irraa eegalee hanga 14/11/2024 embassy Ethiopia deemuudhaan akka galmooftan isin yaadachiisna

Ethiopia community irraa woraqaa beekkamtii Dura bu’oota Anoletiif kan kenname
12/03/2024

Ethiopia community irraa woraqaa beekkamtii Dura bu’oota Anoletiif kan kenname

Xumuraa dorgommii kubbaa miilaa community ethiopia 🇪🇹 biyya Qatar 🇶🇦 gareen kubbaa miilaa sable abbaa geebaa ta’uu danda...
03/03/2024

Xumuraa dorgommii kubbaa miilaa community ethiopia 🇪🇹 biyya Qatar 🇶🇦 gareen kubbaa miilaa sable abbaa geebaa ta’uu danda’ee jira

Akkasumas taphataan urjiin garee kubbaa miilaa Anole Özil Shashe Taphataa goolii hedduu lakkoofsise jedhamuun badhaasa argatee jira

Anole haa deemnuu Tapha guyyaa kamisa galgala sa’aa 8:00 irratti Sablee wojjiin geebaaf darbuuf taphannu qophii xumuruu ...
13/02/2024

Anole haa deemnuu

Tapha guyyaa kamisa galgala sa’aa 8:00 irratti Sablee wojjiin geebaaf darbuuf taphannu qophii xumuruu isaa Dura bu’aan garichaa obbo Muhammad dayye beeksise obbo Muhammad akka jedhanitti taphani kun hedduu murteessaadha nuti kan dirree seennuuf dirqama nurra jiru bahuudhaaf mooyachuu fi mooyatamuun waan biraati jedhan itti dabaluudhaanis hoogganaan wolii galaa garee kubbaa miilaa Anole obbo xaha jemal garichi kubbaa caalaa naamusa akka eeggatu dhaamanii jiru

Anole haa deemnuu⛓️⛓️

03/02/2024

🚀 ANOLE

Anole  congratulations ammas haa deemnuu Anole tapha har’aa taphateen goolii 3 fi 1 finfinnee mooyachuun 4 keessa seenee...
02/02/2024

Anole congratulations ammas haa deemnuu

Anole tapha har’aa taphateen goolii 3 fi 1 finfinnee mooyachuun 4 keessa seenee jira akkasumas ozil goolii lama galchuun taphataa urjii tapichaa ta’uunis filatame Anole ammas hojii gudda nu eeggata haa deemnu

Good Afternoon Anole Haa deemnuu  deemsa dhaabbii hin qabne💉
02/02/2024

Good Afternoon Anole
Haa deemnuu deemsa dhaabbii hin qabne💉

Ammas morkiin xumura hin godhanne Taphni dorgommii kubbaa miilaa Community Ethiopia 🇪🇹  biyya qatar 🇶🇦 guyyaa Ethiopia s...
31/01/2024

Ammas morkiin xumura hin godhanne

Taphni dorgommii kubbaa miilaa Community Ethiopia 🇪🇹 biyya qatar 🇶🇦 guyyaa Ethiopia sababa gochuun waggaa waaggaan qopheessitu garee hedduu manatti dachaasee garee hedduu falmiif qopheessee jira

Urga eegalee ji’oota 2 jala gahee jira Gareelee 16 keessaa 8 dorgommiin ala ta’uun 8 immoo 4 keessa seenuuf falmataa jiru
kanumaan wal qabatee akkuma gabatee armaan gadii irratti argaa jirtan guyya jimaata galgala sa’aa 4:30 irraa eegalee Ifa borun sable wojjiin ni morkata ammas Anole sa’aa 6:30 finfinnee wojjiin ni morkata

taphni hawwii guddaan eeggama jiru Gada fi silxe torbaan itti Aanu ni taphatama akkasumas gareen yeroo ammaa gahumsa cimaa irra jiru kan tapha tokko irratti goolii 8 galchuu danda’e Sof umar Torbaan itti Aanu Absiniyaa wojjiin ni morkata

16/01/2024

Shaakala idilee

13/01/2024

Ispoortiin lola jaalalaati

Arrabsoo sanyii
Gosummaa
Ola’aantumma sabaa keessatti garsiisuu
Abbaa seeraa reebuu wontoonni kunniin farra ispoortiiti

Tapha guyyaa kaleessa silxee fi urjii jiddutti taphatame irratti taatee hedduu nama qaanessuu raawwatame gareen kubbaa miilaa urjii dogongora guddaa nama qaanessu hojjachuun isaanii deeggartoota hedduu dallansiise akka garettis akka sabaattis waan hedduu nama saalfachiisu ta’ee mul’ate ISPOORTIIN WORAANA JAALALAATI

Address

Doha

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ANOLE Sports Club posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category