Oduu ispoortii

Oduu ispoortii Odeeffanno sirrii fi haara ispoortin wal-qabatu argachuuf page kana


fi
godhi

Al-ilaal taphata Arsenal Gebreel Maartineel fudhachuuf pound Mil 65 akka kafalan waliifgalan jiru, kanuma irraatti hunda...
30/08/2026

Al-ilaal taphata Arsenal Gebreel Maartineel fudhachuuf pound Mil 65 akka kafalan waliifgalan jiru, kanuma irraatti hundaa'un Gebreel Maartineel gara Al-ilaalti imaluuf qoranno fayyaa qofaatu hafeef

Gebreel Jesus akka gara Baarseloona imalu waliigalteen xumurame jira, Baarseloonan taphata kana Arsenal irra fudhachuuf ...
30/08/2026

Gebreel Jesus akka gara Baarseloona imalu waliigalteen xumurame jira, Baarseloonan taphata kana Arsenal irra fudhachuuf pound Mil 12 akka kafalan waliifgalan jiru

Gabatee piriimer liigi tapha torbe jalqabaatin booda👇
27/08/2026

Gabatee piriimer liigi tapha torbe jalqabaatin booda👇

Kubbaa tapha champions league bara 2026/27 ittiin taphatamu kana fakkaata 👇
27/08/2026

Kubbaa tapha champions league bara 2026/27 ittiin taphatamu kana fakkaata 👇

Kiliyan Mbapen erga gara Riyaal maadiridii dhufe gooli 88  fi assist 12 gare isaanitif gumaachu dandahe jira
27/08/2026

Kiliyan Mbapen erga gara Riyaal maadiridii dhufe gooli 88 fi assist 12 gare isaanitif gumaachu dandahe jira

Astonviilan taphata cheelsi Jackson fudhachuuf tataaffachaa jiru akkasuma taphata kana fudhachuuf pound Mil 60 ni kaffal...
27/08/2026

Astonviilan taphata cheelsi Jackson fudhachuuf tataaffachaa jiru akkasuma taphata kana fudhachuuf pound Mil 60 ni kaffalaaf jedhu garuu anga hammaati walii galteen xumurame hin jiru

Garee Kubbaa miila kana keessa isa kamtu taphatoota dura cicimoo qaba?
27/08/2026

Garee Kubbaa miila kana keessa isa kamtu taphatoota dura cicimoo qaba?

Ramadiin Carabao cup akka armaan gadi kanaati bahe jira👇
27/08/2026

Ramadiin Carabao cup akka armaan gadi kanaati bahe jira👇

26/08/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tasfaye Firisa, Ahmad Kadir, Kadir Huseen, Amanu'el Tsagaye, AB DY, QO Mar, Fuadee Gatiraa, Isqoo Best Oromoo, Ijaaz Kadir, Abdii Olii Jimma, Jimma Seka, Mahammaad Doranii, Aliyii Gidii, Zubeer She Sunxal

Newcastle Nico Gonzalez maanchister sitii irra fudhachuuf pound Miiliyeena 47 fi dabalata Mil 3 irraatti waliif galan ji...
24/08/2026

Newcastle Nico Gonzalez maanchister sitii irra fudhachuuf pound Miiliyeena 47 fi dabalata Mil 3 irraatti waliif galan jiru

Address

Moyale
0000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oduu ispoortii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share