Marsimoi world taekwondo

Marsimoi world taekwondo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Marsimoi world taekwondo, Sports Team, Manchester.

*Addunyaa Tana Irratti:
~ Jecha kee eeggadhu, isatu gocha ta’aatii.
~ Gocha kee eeggadhu, isatu amala ta’aatii.
~ Amala kee sirreessi isatu namoota wajjiin si jiraachisaatii.

Ijooleen Marsiimoyi jajjabduu akka feerroo jabaadha .jeechaa jiraatonni naannoo Adaama Bokuu shanaaniif naannoo ishe Kab...
30/08/2025

Ijooleen Marsiimoyi jajjabduu akka feerroo jabaadha .jeechaa jiraatonni naannoo Adaama Bokuu shanaaniif naannoo ishe Kabajaan nuuf waan argamtaaniif galatooma!

ODUU MILKAA’UMSAA!!“”””””””””””””””””””””””””””Wirttun Leenjii MARSI-MOO'I worlid teekuwaandoo wirttu oromiyaa fi Gutuu ...
27/08/2025

ODUU MILKAA’UMSAA!!
“”””””””””””””””””””””””””””
Wirttun Leenjii MARSI-MOO'I worlid teekuwaandoo wirttu oromiyaa fi Gutuu biyyaaf bu'aa bayyee fidee fi ammas fidaruu akkasumas sad Itoophiyaatti badhaafamaa ta'uu fi ammas immoo Ardii Awuropa keessattis damee isaa ballisuuf qophii xumuruun ni Bekkama.
Itti fuufuun gaafa guyyaa 1/13/2017ttii baratoota yeroo dheeraa leenjisaa ture haala ho’aa fi hawwataa ta’een Eebbisiisuuf qophii xumuure isin eegara.waan argaamtaniif Galatoomaa!

Jabaadhu!!!
09/05/2025

Jabaadhu!!!

09/04/2025
Wontii hunduu yeroo qaba.woqixiilee waan jedhamutuu jira.FKN :- yeroon facaasuu jiraa yeroon haamaafi calleessuu immoo j...
21/09/2024

Wontii hunduu yeroo qaba.woqixiilee waan jedhamutuu jira.
FKN :- yeroon facaasuu jiraa yeroon haamaafi calleessuu immoo jira.

ODUU MILKAA’UMSAA!!“”””””””””””””””””””””””””””Wirttun Leenjii MARSI-MOO'I worlid teekuwaandoo wirttu oromiyaa fi Gutuu ...
18/08/2024

ODUU MILKAA’UMSAA!!
“”””””””””””””””””””””””””””
Wirttun Leenjii MARSI-MOO'I worlid teekuwaandoo wirttu oromiyaa fi Gutuu biyyaaf bu'aa bayyee fidee fi ammas fidaruu akkasumas sad Itoophiyaatti badhaafamaa ta'uun ni Bekkama.
Akkuma leenjistoota Biroo omishee baase ammas leenjisaa SABOMINEEM yidineekachewu shibashi leenjisaa eeyyama gutau argatee wirttuu KEETIIN -BOON worliid teekwaandoo jedhaamun haala gariidhan hojjataa jirachuu fi leenjiisaa sineerii amalaa fi naamusa gaarii qabu ta’uu isaa ragaan nu caalee hin jiru.kanaafuu gafa guyyaa dilbataa 26-12-2016tti adaamaa hoteela tiitaas gubbaatti sa’aa 7:00 irratti eebbaa bayyee bareedu wanta’eef kootaa nuu wojiin turaan dhamsa kena.
abbaan ilma jalatuu fi kabajju qaba.ilmiis akka abbaa irraa baree ilmaa isaatii godhuu qaba. akkas teekwaandoon.hora bula!

03/08/2024

Address

Manchester

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Marsimoi world taekwondo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category