Zakisha oro

Zakisha oro Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Zakisha oro, Sport & recreation, London.

Dubartiin tun Sagantaa Gaafii fi deebii namoota gara garaa hirmaachisu "BBC Question Time" jedhu irratti dhimma daa'imma...
20/06/2025

Dubartiin tun Sagantaa Gaafii fi deebii namoota gara garaa hirmaachisu "BBC Question Time" jedhu irratti dhimma daa'imman Gaazaa fi Daa'imaan Israa'el haleellaa Iraaniin yeroo amma miidhamaa jiran irratti waan nama gammachiisaa dubbatte. Sagantaa kun yeroo mara torbaan torbaaniin dhimma haala yeroo irratti "BBC Question Time" kan darbu yommuu tahu, namoonni sagantaa gaafii fi deebii kana irratti hirmaatan hedduun lola Iraanii fi Israa'el jiddutti taasifamaa jiruun "Daa'imman israa'el lolan miidhamuu hin qaban" jechuun yaada namoota heddurraa kaafame irratti "Lubbuun ijoollee Israa'eliif onneen teeysan ni dhukkubsatti, ni boochi, kan ijoollee Gaazaa dhumaa jiranii maaliif isiin hin boochifne? Maali garaagarummaan jaraa?" Jechuun miira namummaan Onneerra dubbachuun waltajjii marii too'atte.🙏

Namni namummaa qabu bakka hunda numa jira jechuumaafi!❤️

Ameen 🤲jenna kootta Mee😁                                      🤩🥰
23/03/2025

Ameen 🤲jenna kootta Mee😁

🤩🥰

🥰🥰🥰
23/03/2025

🥰🥰🥰

RABBIIF jecha isin jaalanna.
______
Hayyicha,Arjaa,Aalima Ustaz Jamal Aliyyii wajji.

04/03/2025

Love's 🌹

Jeecha dhugaaraa buqqa'ee♥️♥️
04/03/2025

Jeecha dhugaaraa buqqa'ee♥️♥️

Ramadan Mubarak 🤩Lovely 🥰💚🤍
03/03/2025

Ramadan Mubarak 🤩
Lovely 🥰💚🤍

Address

London

Telephone

+966506798647

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zakisha oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Zakisha oro:

Share