Dhugaa waheli waaqaa qofaa

Dhugaa waheli waaqaa qofaa Only people who write true about the world will be members of a page, other wise we regect or block from these pages

12/09/2025

GROUP KANA LIKE, FOLLOW GODHII!! NAGAAN SIIF HAA TA'UU!

15/03/2025

what is true?

04/03/2025
23/04/2024

Ulfinni nami siif qabuu yoo horii harkaa hin qabaatini eegachu hin dandeessu, sababii nami namaaf osoo hin taane horiif fulaa kennaa.

18/04/2023

Baraa fi furguggee gad jedhanii dabarsuu!!!

25/05/2022

Hundee jireenna
Burqaa guddinnaa
Dhugaa sitti qabaa
Maaliti sirraa hafaa
(waaqaa guddayyaa)

28/04/2022

Ayidde chambalalla

10/04/2022

Nu Gargaari Waaqaa! Baraa jabaa kanaa nu baasi

08/03/2022

Jireenna jajjabaate mataa namaa koraa jiruu kanaa, yoo waaqii nuuf laafise malee mootummaa kanaa harkaa kennachiisu hin ooltu!!!!

24/01/2022

Hin jarjarini waan siif malee dhabaa. OBSII waan barbaade biraa ni geesa

We say wel come to your mother land!
19/01/2022

We say wel come to your mother land!

Address

Yaabelloo
Surup'a

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaa waheli waaqaa qofaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share