Oro sport worra manchee

Oro sport worra manchee Just for Oromo🤲❤❤❤❤

Xiiqayaa namaa murataa fi tasgabbaa'aa   manchister united Bruno Fernandes taphataa cimaa premeir leageu england bara 20...
23/05/2026

Xiiqayaa namaa murataa fi tasgabbaa'aa manchister united Bruno Fernandes taphataa cimaa premeir leageu england bara 2025/26 ta'uun filatameera.

siif mala namni guddaaf taphatu yeroo hundaa guddaadhuma

congra   Gooliin patiric dorgun Arsenal irratti galche goolii midhaagduu waggaa manchister united ta'uun badhaafamee jir...
15/05/2026

congra
Gooliin patiric dorgun Arsenal irratti galche goolii midhaagduu waggaa manchister united ta'uun badhaafamee jira

Mikel carrick kaadhimamaa leenjisaa cimaa premeir leageu england 2026 ta'ee filatameera.kan nama Ajaa'ibu   ji'a afur qo...
14/05/2026

Mikel carrick kaadhimamaa leenjisaa cimaa premeir leageu england 2026 ta'ee filatameera.
kan nama Ajaa'ibu ji'a afur qofa leenjisee leenjisaa cimaa ta'uu isaati

 mikel carrick jedhii barreessi nama carrick jedhe add godhi atis add deebisiif yeroo gabaabatti follower's 10000 seenuu...
14/05/2026



mikel carrick jedhii barreessi nama carrick jedhe add godhi atis add deebisiif yeroo gabaabatti follower's 10000 seenuu dandeettu.

congratulations Bruno fernandez taphataa cimaa premeir leageu 2026 ta'uun filatameera ammas congra.
14/05/2026

congratulations

Bruno fernandez taphataa cimaa premeir leageu 2026 ta'uun filatameera ammas congra.

14/05/2026

Big shout out to my newest top fans! Abdii Maan Jira

08/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yuusuf Mahammad Hassan, Bilaal Musaa, Hamzaa Qadii, Kuma Chala

03/04/2026

 Ethio telecom dhaabbata saamichaati @
14/02/2026


Ethio telecom dhaabbata saamichaati @

Lagni magaalaa guddoo Arjentiinaa keessa yaa'u halkan tokkotti gara dhiigaatti jijjiirame.  Hanga ammaatti ni jijjirama ...
10/02/2025

Lagni magaalaa guddoo Arjentiinaa keessa yaa'u halkan tokkotti gara dhiigaatti jijjiirame. Hanga ammaatti ni jijjirama jedhamus hin jedhamne.

Lagichi gara diimaatti jijjiiramuun isaa xiyyeeffannoo miidiyaalee addunyaa hawwateera.

Address

Student
Shashemene

Telephone

+251928385853

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro sport worra manchee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oro sport worra manchee:

Share

Category