Project guddaatota tokkumma magaala shaashamanee

Project guddaatota tokkumma magaala shaashamanee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Project guddaatota tokkumma magaala shaashamanee, Sports Team, Shashemene.

Suuraa golii eegdoota wal dorgoommi guddaatoota tokkummaa irraa fudhaatame...Dhaloota hanqiina golii eegdoota biyyaa kee...
04/12/2023

Suuraa golii eegdoota wal dorgoommi guddaatoota tokkummaa irraa fudhaatame...

Dhaloota hanqiina golii eegdoota biyyaa keenya fuuran.

Tokkummaan dhalootaf riqiicha jireenya ni ta'a🤝

IInfosport Organisation

Wal dorgoommii guddaatoota tokkummaa magaalaa shaashamannee bifaa ho'a ta'een itti fufee jiraa....Tokkummaan dhalootaf r...
03/12/2023

Wal dorgoommii guddaatoota tokkummaa magaalaa shaashamannee bifaa ho'a ta'een itti fufee jiraa....

Tokkummaan dhalootaf riqiicha jireenya ni ta'a

Qamoota adda addaa wal dorgoommicha fi pirojeekti kubbaa miilaa tokkummaa shaashamannee ciina dhabaata turaanif beekamti...
26/11/2023

Qamoota adda addaa wal dorgoommicha fi pirojeekti kubbaa miilaa tokkummaa shaashamannee ciina dhabaata turaanif beekamti fi woraqaan raga keennamefi jiraa

Andualam dubeefi A/raxaq dubee ambaasadar wal dorgoommi guddaatota tokkummaa fi pirojeekti tokkummaa yeroo hundaati waan gargaartan hundaaf galatoomaa🙏

Tokkummaadhan hojaane dhalootaf riqiicha jireenya ni tana🤝

Wal dorgoommin guddaatoota tokkummaa magaalaa shaashamannee marsaan lamaffan bifaa addaa ta'een eeggale jiraaWal dorgoom...
26/11/2023

Wal dorgoommin guddaatoota tokkummaa magaalaa shaashamannee marsaan lamaffan bifaa addaa ta'een eeggale jiraa

Wal dorgoommichi kilaboota magalaa shaashamannee nannawa isheeti argaamman kudha lama kan hirmaachisu yoo ta'u taphaatota dhibaa sadii oliif carra wal dorgoommi uummee jiraa ji'otaan woliit anaan shaniif itti fufinsaan adeemdiffama

Tokkummaan dhalootaf riqiicha jireenya ni ta'a

Yoyyaa agga dhagaaha maatiin wal dorgoommi guddaatota tokkummaa magaalaa shaashamannee Sirnii baninsaa wal dorgommi keen...
22/11/2023

Yoyyaa agga dhagaaha maatiin wal dorgoommi guddaatota tokkummaa magaalaa shaashamannee

Sirnii baninsaa wal dorgommi keenya gafaa guyyaa 15/3/2016 bakka keessumoni bayyeen biyyaa keessaf ala argaamaniti sa'aati 4 irraa eeggalun isteediyyomi guddu galeessa magaalaa shaashamanneeti ni eeggala

Tapha sirnaa baninsaa guddaatota tokkummaa fi andinat sa'aati afuur irraati uta wayu fi wondo mazorya jiduuti goodhamun waan eeggaluf maatiin wal dorgoommi keenya hundii akka irraati argaamtani afeeramtani jirtuu

Nama dhalootaaf riqicha jireenyaa ta'u malee dhalootatti gufuu ta'u hin ta'in!

Tokuma shashemene under 12.....Tapha guyyaa hardhaa taphaatan mo'aachudhan rammadi ofii irraa qabxii 9 fi golii 5 qabaac...
28/10/2023

Tokuma shashemene under 12.....

Tapha guyyaa hardhaa taphaatan mo'aachudhan rammadi ofii irraa qabxii 9 fi golii 5 qabaachudhan sadaarka tokkoffaadhan darbaani jiruu

Wal dorgoommin guddaatota tokkummaa shashaamannee umrii 17 gaadi kilaboota magaalaa keenya fi nannawa magaalaa keenyati ...
08/10/2023

Wal dorgoommin guddaatota tokkummaa shashaamannee umrii 17 gaadi kilaboota magaalaa keenya fi nannawa magaalaa keenyati argaaman 12 hirmaachisu taphaatota 300 oliif caarra wal dorgoommi kan uummu eeggaluf caalali taphaatoota fulbaana 27/2016 bifaa qindaa'a te'en goolabaame jiraa wal dorgoommichi ji'oota 6 oliif kan turu yoo ta'u yeroo dhihoo keessatti ni eeggala

Tokuma shashemene under 12 footboll project👏👏👏
01/10/2023

Tokuma shashemene under 12 footboll project👏👏👏

Rest in peace😭Taphaatan kalabii kubbaa miilaa guddaatota utaa wayyu fi pirojeekti guddaatoota tokkumma duraani abdisaan ...
01/08/2023

Rest in peace😭

Taphaatan kalabii kubbaa miilaa guddaatota utaa wayyu fi pirojeekti guddaatoota tokkumma duraani abdisaan umrii isaa 17 du'an aduunya kana irraa bala tasaattin boqqate 😭😭😭

Abdisaan taphaata dargaaggesa ref kana lafaa dhufuu abdiin guddan irraatti gaatame boqaachun isaa gadda guddaa onnee nama cabsuu😭😭

Maatii fi hiriyyota isaa dinqisifaatota isaa hundaaf jaajabina hawiina wal dorgoommi guddaatota tokkumma fi pirojeekti kubbaa miilaa tokkummaa shashaamannee irraa😭😭

21/07/2023

Tokkummaa shashaamannee fi hawoota sinqee👏

TOKUMA SHASHEMANE U 17
16/07/2023

TOKUMA SHASHEMANE U 17

Tokuma shashemene👏
15/07/2023

Tokuma shashemene👏

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Project guddaatota tokkumma magaala shaashamanee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category