02/04/2025
Biyyoota Afrikaa 54 keessaa 38 buufata galaanaa yoo qabaatan, biyyi keenya dabalatee biyyoonni 16 buufata galaanaa hin qaban, kunis guddina dinagdeef murteessaadha. Kan nama ajaa'ibu biyyoota baay'ina ummataa miliyoona 100 ol qaban keessaa biyyi keenya tokkicha kan lafaan marfamte yoo ta'u, biyyi keenya shira adda addaatiin buufata galaanaa irraa mulqamuun ishee daran nama rifachiisa. Mootummaan karaa dippilomaasii buufata galaanaa argachuuf tattaaffii eegale itti fufuu qaba. Namoonni siyaasaa mootummaa mormanii fi mormitoota ta'an adeemsa kana yaada isaaniitiin deggeruu qabu, garaagarummaa isaanii kunuunsuu qabu.
አፍሪካ ካሏት 54 ሀገራት 38ቱ የባህር በር ሲኖራቸው ሀገራችንን ጨምሮ 16 ሀገራት ለምጣኔ ሀብት እድገት ወሳኝ የሆነው የባህር በር የላቸውም። በሚገርም ሁኔታ ደግሞ ከ100 ሚሊዮን ህዝብ በላይ ካላቸው ሀገራት ሀገራችን ኢትዮጵያ ብቻ ናት የባህር በር የሌላት፣ ሀገራችን የባህር በር እንድታጣ የተደረጉው በተለያዩ አካላት ሴራ መሆኑ ደግሞ ይበልጥ የሚያስቄጭ ነው። መንግስት በዲፕሎማሲያዊ መንገድ የባህር በር ለማግኘት የጀመረውን እንቅስቃሴ አጠናክሮ መቀጠል አለበት። ከመንግስት ጋር ተቃርነው በተቃውሞ ጎራ ያሉ ፖለቲከኛች ልዩነቶች እንደተጠበቁ ሆነው ሂደቱን በሀሳብ ሊደግፉ ይገባል።
While 38 of the 54 countries in Africa have a seaport, 16 countries, including our country, do not have a seaport, which is crucial for economic growth. Surprisingly, among countries with a population of more than 100 million, our country is the only one that is landlocked, and it is even more shocking that our country is deprived of a seaport through various conspiracies. The government should continue the efforts it has started to gain a seaport through diplomatic means. Politicians who are in opposition to the government and who are in opposition should support the process with their ideas, while preserving their differences.