Shashamane City Fc Fans

Shashamane City Fc Fans CHAMPIONS

come on Shashamane City Fc Fanswin win win win win
18/01/2024

come on Shashamane City Fc Fans
win win win win win

sadassaa 30 sa'atti 09:00
10/12/2023

sadassaa 30
sa'atti 09:00

EBISA KADIR    💪4️⃣
30/11/2023

EBISA KADIR
💪4️⃣

30/11/2023
Kilabichi kaleessa leenjistoota adda addaa waliin mari'achuun leenjisaa olaanaa dhaabbataa qacaruuf sochii adda addaa ta...
26/11/2023

Kilabichi kaleessa leenjistoota adda addaa waliin mari'achuun leenjisaa olaanaa dhaabbataa qacaruuf sochii adda addaa taasisuun, dhumarratti har'a boordii kilabichaa ganama kaasee leenjisaa Zemaariyaam waliin hojjechuuf waliigaleera. Haaluma kanaan federeeshinichatti argamuun kontiraata isaanii mallatteessuudhaaf boruu ni argamu.Yeroo ammaa kana leenjisaan Zemaariyaam Wolde Giyoorgis tapha waancaa Itiyoophiyaa magaalaa Hawaasaa magaalaa Shaashamannee fi Keepaa Bunaa waliin taphatamu ilaaluuf gara iddoo sanaatti akka qajeelaan hubanneerra.

17/10/2023

06/10/2023

Half time Sha 0:0 wol

Piriimiyerliigii Ityoophiyaa bara 2016 boru kan eegalu yoo ta'u, Jimaata dhufu Shaasheemeen Wolayta Dicha waliin taphata...
05/10/2023

Piriimiyerliigii Ityoophiyaa bara 2016 boru kan eegalu yoo ta'u, Jimaata dhufu Shaasheemeen Wolayta Dicha waliin taphata.
⏰ Jimaata ganama sa'aatii 9:00
🏟️ Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Adaamaa
friday afternoon 9:00
Sahashamane vs wolayita dicha

wahts your prediction
viva Shashee koo

Address

Shashamane

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shashamane City Fc Fans posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category