Ispoortii AFAAN Oromoon

Ispoortii AFAAN Oromoon kaayyoon keenya inni guddaan afaan keenya guddisuu akkasumas qophii ispoortii afaan keenyan dhiyeessudha.

.🔁Liigiin hawwataa fi jaalatamaan Piriimiyerliigii warra Ingilaandi torbee 17ffaan sanbattan lamaan dabalatee hanga Wiix...
20/12/2025

.
🔁Liigiin hawwataa fi jaalatamaan Piriimiyerliigii warra Ingilaandi torbee 17ffaan sanbattan lamaan dabalatee hanga Wiixataatti gaggeeffamuuf afatatee kabachuun qophaa'e.
✔️Isteediyeemii St. Jamsi Paarkitti Kilabni Eedii Haaw Niiwkaastil Yunaaytid Cheelsii simachuun falmii gaggeessaniin liigichi jalqaba.
✔️Maanchistar Siitiin Piriimiyerliigii Ingilaandi irratti Weestihaam Yunaaytidiin erga moo'amee waggoonni 10 lakkaawwaman jedha seenaan.
✔️Liivarpuul taphoota gosa hundaa lamaan darban qofa (Premier league & league cup) walumaa galatti galchiiwwan 9 lakkoofsisuun Tohootinaam Hospariin injifate.
✔️Dursaan Piriimiyerliigii Ingilaandi Arsenaal torbee kana Magaalaa Liivarpuulitti imaluun kilaba Marsisaayid Eevartan waliin falmataan eegama.
✔️Aston Viilaan Isteediyeemii ofii Viilaa Paarkitti Piriimiyerliigii Ingilaandi taphoota 26 walitti aansuun Maanchistar Yunaaytidiin waliin morkate 1 qofa milkaa'e.
🔁Sanbata Duraa
✔️09:30 Niiwkaastil Yun. [ vs ] Cheelsii
✔️12:00 Woolvis. [ vs ] Bireentifoordi
✔️12:00 Maan. Siitii. [ vs ] Weestihaam
✔️12:00 Biraaytan. [ vs ] Sandarlaandi
✔️12:00 Boornimawuz. [ vs ] Barnileey
✔️02:30 Tohootinaam. [ vs ] Liivarpuul
✔️05:00 Liidsi Yunaaytid [ vs ] Kiristaal Paalaas
✔️05:00 Eevartan. [ vs ] Arsenaal
🔁Dilbata
✔️01:30 Aston Viilaa. [ vs ] Maanchistar Yun.
🔁Wiixata
✔️05:00 Fuulhaam. [ vs ] Nootiingihaam
😘Torbeen kilaba jaalattaniif kan milkii haa tahu

04/07/2021

Ammas Gareen Biyyoolessaa England Hin Danda'amne Tapha Geeba Awurooppaan Garee Biyyalessa Yukirane Gooli 4 Fi 0'n Moo'achun Walakkaa Xumuraaf Darbeera. Walakkaa Xumuraan Garee Biyyaalessaa Denmark Wajjin Kam Morkatu Ta'a. Asuman Tilmaama Keessan Ka'aa Darbaa Eenyutu Moo'ataa? England Vs Denmark Istaadiyeemi Guddicha Biyya Inglizi Wenbileetti Gaggeeffama.

21/12/2020

🔄 Maanchestaroonni erga bara 2011 Arsenaal irratti goolii 8 galchanii waggaa 9 boodaa gooli hedduun garee faallaa isaanii Liids adabani.bara Sar Aleeks Fargusanii fi Bara Oolee Gaanar Solshaayer....

Maan Yuunaayitid (8=2)Arsenaal ↔️2011
Maan Yuunaayitid (6=2)Liids ↔️2020

Kunis waan biraatiim hooo

21/12/2020

Kobeka k Bayisa

➡️Har'as Pirriimiyeer Liigiin Ingilaandi itti fufee kan taphatamu yoo ta'u Istaamfoordi Biriizyitti darbii Landan isa eegamaatu taphatama.

➡️CHEELSII 5:00 WEESTI HAAM YUUNAAYITID.

➡️Gareen kun lamaan yeroo hedduu tapha walmadaalaa ta'ee fi inqisiisaa ta'e dirree keessatti agarsiisuun beekamu.

➡️Taphoota 5 darban waliin taphatan keessatti lachuu gooliiwwan 5-5 walirratti lakkoofsisaniiru. Weesti haam yeroo 2 injifachuun Cheelsiin tokko injifatee yeroo 2 qixaan xummuraniiru.

➡️Seenduubee isaanii yoo ilaallu immoo Darbii kanaan yeroo 107 waliin falmataniiru.

44 Cheelsiin Weestihaam injifateera
41 Weestihaam Cheelsii injifateera
22 Qixaan Xummuraniiru

Odeeffannoo Miidhamaa ilaalchisee

➡️Gama Cheelsii tiin Ziyeech, Maasoondaa, R,Jeemsi, K, H, Odo'ii A,Kiristiyensan miidhamaan hin hirmaatan. Garee Weestihaa mirraa immoo. M Antooniyoo, A, Kiriiswiil, A,Masuwaakuu, F, Baalbuyeenna fi Boowiin miidhamaan hin hirmaatan.

➡️Burnileey 2:30 Woolfis.

➡️Kilaboonni kunneen immoo sadarkaa irra jiranii fi qabxii isaanii foyyeffachuuf morkii cimaa taasisu jedhamee eegama. Walitti dhufeenya isaaniitiin yeroo 125 waliin taphataniiru.

61 Woolfiis Barnileey injifateera
35 Barnileey Woolfisin injifateera
29 Lachuu qixaan xummuraniiru

Oolmaa Gaarii qabaadhaa👏

21/05/2019

.

.Goolii Miidhagduu 2018/19
--------------------------------------------
Tapha Etihaaditti Kiristaal Paalaas Maanchistar Siitii wajjiin taphatan irratti galchiin Andiree Taawsandi fageenya irraa kiyyeessuun lakkoofsise Goolii Miidhagduu Piriimiyerliigii 2018/19 ta'uun Filatamee jira.

06/02/2019

Hala Madrid

19/01/2019
19/01/2019
19/01/2019

Arsenal 2 chelsea 0 dha daqiiqaa 70 irra jiru

Daawwaa hoxeessaa
14/01/2019

Daawwaa hoxeessaa

Address

Sebeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ispoortii AFAAN Oromoon posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category