Federeeshinii Atileetiksii Bul/Magaalaa Shaggar

Federeeshinii Atileetiksii Bul/Magaalaa Shaggar Ab

04/08/2026
02/08/2026
Atileetotni Shaggar Dorgommii Ameerikaaf Filataman.Kilabiin magaalaa Shaggar erga hundaa'ee yeroo garagaraatti atileetot...
02/08/2026

Atileetotni Shaggar Dorgommii Ameerikaaf Filataman.

Kilabiin magaalaa Shaggar erga hundaa'ee yeroo garagaraatti atileetota biyya bakka bu'uu dandaa'an leenjisuun dorgomsiisaa jira. Haaluma kannan, dorgommii dargaggoota umurii 20 gadii biyya Ameerikaatti gaggeeffamu irratti kilabiin Atileetiksii magaalaa Shaggar fiigicha M800'n Atileeti Yaroosan Girmaafi fiigicha M5000 Atileet Imabeet Ijiguu filachise jira.

01/08/2026
SHAGGAR BURQAA ATILEETOOTATII
01/08/2026

SHAGGAR BURQAA ATILEETOOTATII

Guddattoota Ispoortii Magaalaa Shaggariif Deggersi Taasifame. Waajjirri dargaggoo ispoortii magaalaa Shaggar, Magaalaan ...
01/08/2026

Guddattoota Ispoortii Magaalaa Shaggariif Deggersi Taasifame.

Waajjirri dargaggoo ispoortii magaalaa Shaggar, Magaalaan Shaggar burqaa gosoota ispoortii hundaa akka taatuuf guddattoota irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jira.
Sagantaan leenjii guddattootaa magaalaa Shaggar ganna kana leenjii walirraa hin cinne, ogeessota sadarkaa isaanii eeggatanii, gosoota ispoortii garagaraan kennamuu bira darbee deggersi meeshaalee ispoortiifi hidhannoo qaamolee garagaraan taasifamaa jira.
Haaluma kanaan, guyyaa har'aa abbaan qabeenyaafi deggeraan ispoortii Obbo Tamasgeen Namee sagantaa leenjii guddattootaa magaalaa Shaggar kutaalee magaalaa 10 irraa guddattoota 350fi leenjistoota 20 meeshaalee hidhannoo arjoomuunii jiru.

Ispoortiin deggersa mootummaa qofa osoo hin taame, qaamolee hawaasaa hundan kan hirmaachise ta'uu akka qabu dhaamaa waajjirri keenya Obbo Tamasgeen Nameen Galatoomaa Jedha.

Waajjirri Dargaggoofi Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2018 fi Kallattii Karoora Hoji...
22/07/2026

Waajjirri Dargaggoofi Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2018 fi Kallattii Karoora Hojii Bara 2019 Geggeessaa Jira

Address

Sebeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Federeeshinii Atileetiksii Bul/Magaalaa Shaggar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category