NUUF ITF

NUUF ITF Professional Team Sports

07/02/2025
25/06/2023

RAMADDII DORGOMMII LEGEND MARTIAL ART

1.WTF
Ramaddii beektotaa
1,Falmii bilisaa(free fight)
dhi -58 fi -63 dubaraan -49 fi 53
Pumseen
dhiiraa fi shamaraanis umrii 18-30 (pumsee 4- tebeek)
2.aartii(pumsee) makaa dhiiraa fi dubaraa
3.cabsaa ( breaking) saala lachuunuu umrii 18-30
Ramaddii guddaattootaa
falmii bilisaa ( free fight)
dubaraan -42-44 dhiiraan -45 -48
2.WUUSHUU
1.Falmii bilisaa( free fight)
dubaraan 48-52 , 53-56
dhiiraan 53-56 ,57-60 63
Artii /Ta'olu
dubaraa fi dhiiraanis
chankuwaanii fi brood swoord
3.KAARATEE
1.Falmii bilisaa( free fight)
dubaraan -50 -55 dhiiraan -60 -67
2.Aartii/KATA
dhiiraa fi dubara qeenxee
4.JITKUNDOO
1.Falmii bilisaa( free fight)
dubaraan 48-51 , 63-67
dhiiraan 54-57
2.ARTII
Nunchaakuu /keendoo

5.ETA(ethiopian Taekwondo Association)
Ramaddii beektotaa
1.falmii bilisaa

dubaraan
black belt /1rst dan umrii 18 ol
55-58
dhiiraa black belt/1rst dan umrii 18 ol
58-63 ,60-65
2.Aartin
dubaraan beltii diimaa umrii 15-17
dhiiraan 2nd dan umrii 18 ol

Ramaddii guddattootaa
1.falmii bilisaa (free fight)
dubaraan beltii cuquliisa umrii 15-17
kg 52-55
dhiiraan beltii cuquliisa umrii 15-17
kg 54-56,
2,Breaking (cabsaa)
umrii 18 ol
6.EITA(ethiopian nternational taekwondo association)
ramaddii beektaotaa
1.falmii bilisaa ( free fight)
dubaraan 1dan - 4
kg 50-55 ,55-60
dhiiraan daanii 1-4
kg 57-63 , 64-71
2,Aartiin
dhiiraa fi dubaraanis daani 1ffaa
Ramaddii guddattootaa
dubaraan beltii cuquliisa umriib14-17
kg -55
dhiiraan
beeltii cuquliisa umriiv14- 17
kg 50 -57

carraa gaarii jechaa odeeffannoo dabaltaaf
WTF obbbo fiqruu 0912297461
kaaratee federeeshi asaffaa ajelloo 0911419536
EITA SAABOM Geetaachoo shifarraw
0911619109
ETA sabaom Abarraa milkeessaa
wushu federation obbo gabayyo 0913618717
assoseeshini jitkundoo Master yuusuf mhamad 0983483183

Miseensonii ETA hundii. Hagayyaa  jechuunis gaafa 8/12/2015-14/12/2015 Magaala  guddiitti Handhuura Oromiyaa kantaate  F...
23/06/2023

Miseensonii ETA hundii. Hagayyaa jechuunis gaafa 8/12/2015-14/12/2015 Magaala guddiitti Handhuura Oromiyaa kantaate Finfinneetti Wal dargoomi Guutuu biyyaa goosota ispoortii Taekwando Kan ta'aniin , fi goosota gargaraan Kan geeggeffamuufii xumuurraa irrattis Dandeettin Humnaa rawachiisumaa jechuun qormaata dan(1°) wan geggeffamuuf gamanumaan Akka irraatti qophooftan isiinin jedha ETA'n

Address

ETHIOPIA, OROMIA, NEKEMTE
Nekemte

Telephone

+251917472620

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when NUUF ITF posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share