Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Wallaggaa Bahaa

Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Wallaggaa Bahaa Sport for All!

Garee Kubbaa Miilaa Ifaaf simannaa hoo'aan taasifame .Gareen Kubbaa Miilaa Ifaa Godina Wallagga Bahaa bakka bu'uun Shaam...
23/08/2026

Garee Kubbaa Miilaa Ifaaf simannaa hoo'aan taasifame .

Gareen Kubbaa Miilaa Ifaa Godina Wallagga Bahaa bakka bu'uun Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa bara 2018 irratti hirmaachuun ga'umsa aja'ibsiisa mul'isuun Liigii 1ffaa Ormiyaa bara 2019tti ol guddatee Bakka Bulchaan Aanaa Diggaa Obbo Taakkalee Iddoosaa, I/G Paartii Badhaadhina Damee Aanaa Diggaa Ximqataa Alamuu, I/G Waajjira Gurmaa'insa Uummata Aaddee Taddaluu Tasfaa, Hoggansaa Aanichaa, Abbooti Gadaa fi hawaasa Naannichaan Simannaan hoo'aan taasifameeraaf.

Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Diggaa Obbo Taakkalee Iddoosaa Saganticha irratti argamuun ergaa dabarsaniin Dargaggoonni Kuni Aanaa keenya bakka bu'anii taphoota ciccimoo taphataa turuu ibsuun leenjistoota fi taphattoota gahee guddaa bahachuun Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2019tti guddatanitti gammadoo ta'uu ibsanii, Milkaa'ina caaluf immoo deeggarsa barbaachisu qaamni kamuu taasisuufii akka qabu erga dabarsanii jiru.
β€Ž
β€ŽI/G/Waajjira Gurmaa'insa Ummataa Aanaa Diggaa Aadde Taddaluu Tasfaa Saganticha irratti argamuun ergaa baga nagaan dhuftanii taasisaniin taphattoonni Aanaa keenya bakka bu'a kunniin Ispoortiin Jaalala ta'uu nutti agarsiisaniiru jechuun , osoo haalli mijataan hin jiraatin milkaa'ina argamsiisanitti gammaduu ibsan. Kanaafuu haalota jiran mijataa taasisuuf yaadanis ta'ee maallaqaan hawaasni keenya isaan deeggaruu akka qaban dhaamanii jiru.
β€Ž

π‘Šπ‘Žπ‘Žπ‘—π‘—π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘– π·π‘Žπ‘Ÿπ‘”π‘Žπ‘”π‘”π‘œπ‘œ 𝑓𝑖 πΌπ‘ π‘π‘œπ‘œπ‘Ÿπ‘‘π‘–π‘– πΊπ‘œπ‘‘π‘–π‘›π‘Ž π‘Šπ‘Žπ‘™π‘™π‘Žπ‘”π‘”π‘Žπ‘Ž π΅π‘Žβ„Žπ‘Žπ‘Ž πΊπ‘Žπ‘šπ‘”π‘”π‘Žπ‘šπ‘Ž π΅π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž 2018 𝑓𝑖 πΎπ‘Žπ‘™π‘™π‘Žπ‘‘π‘‘π‘–π‘– πΎπ‘Žπ‘Ÿπ‘œπ‘œπ‘Ÿπ‘Ž π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž 2019 π‘”π‘Žπ‘”π‘”π‘’π‘’π‘ π‘ π‘’π‘’ 𝑒𝑒𝑔...
20/08/2026

π‘Šπ‘Žπ‘Žπ‘—π‘—π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘– π·π‘Žπ‘Ÿπ‘”π‘Žπ‘”π‘”π‘œπ‘œ 𝑓𝑖 πΌπ‘ π‘π‘œπ‘œπ‘Ÿπ‘‘π‘–π‘– πΊπ‘œπ‘‘π‘–π‘›π‘Ž π‘Šπ‘Žπ‘™π‘™π‘Žπ‘”π‘”π‘Žπ‘Ž π΅π‘Žβ„Žπ‘Žπ‘Ž πΊπ‘Žπ‘šπ‘”π‘”π‘Žπ‘šπ‘Ž π΅π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž 2018 𝑓𝑖 πΎπ‘Žπ‘™π‘™π‘Žπ‘‘π‘‘π‘–π‘– πΎπ‘Žπ‘Ÿπ‘œπ‘œπ‘Ÿπ‘Ž π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž 2019 π‘”π‘Žπ‘”π‘”π‘’π‘’π‘ π‘ π‘’π‘’ π‘’π‘’π‘”π‘Žπ‘™π‘’π‘’ π½π‘–π‘Ÿπ‘Ž.
πΊπ‘Žπ‘šπ‘Žπ‘”π‘”π‘Žπ‘šπ‘Ž π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘‘π‘‘π‘– π΄π‘Žπ‘›π‘Žπ‘Žπ‘™π‘’π‘’ πΊπ‘œπ‘‘π‘–π‘›π‘–π‘β„Žπ‘Žπ‘Ž πΎπ‘Žπ‘Ÿπ‘Ž β„Žπ‘–π‘Ÿπ‘šπ‘Žπ‘Žπ‘β„Žπ‘–π‘ π‘’π‘’π‘› π‘”π‘Žπ‘”π‘”π‘’π‘’π‘“π‘Žπ‘šπ‘Žπ‘Ž π‘—π‘–π‘Ÿπ‘Ž π‘Šπ‘Žπ‘™-π‘‘π‘Žπ‘—π‘—π‘–π‘– π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘‘π‘‘π‘– β„Žπ‘Žπ‘Žπ‘ π‘Žπ‘Ž π‘π‘Žπ‘›π‘–π‘–π‘›π‘ π‘Žπ‘Ž π‘˜π‘Žπ‘› π‘‘π‘Žπ‘Žπ‘ π‘–π‘ π‘Žπ‘› π΅π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž 𝑏𝑒'π‘Žπ‘Ž 𝐼𝑑𝑑𝑖 π‘”π‘Žπ‘Žπ‘“π‘Žπ‘‘π‘Žπ‘šπ‘Žπ‘Ž π‘Šπ‘Žπ‘Žπ‘—π‘—π‘–π‘Ÿπ‘Ž π·π‘Žπ‘Ÿπ‘”π‘Žπ‘”π‘”π‘œπ‘œ 𝑓𝑖 πΌπ‘ π‘π‘œπ‘œπ‘Ÿπ‘‘π‘–π‘– πΊπ‘œπ‘‘π‘–π‘›π‘Ž π‘Šπ‘Žπ‘™π‘™π‘Žπ‘”π‘”π‘Žπ‘Ž π΅π‘Žβ„Žπ‘Žπ‘Ž π‘‚π‘π‘π‘œ 𝐺𝑒𝑒𝑑𝑒𝑒 π‘„π‘Žπ‘›π‘Ž'π‘Žπ‘Ž π‘…π‘Žπ‘Žπ‘€π‘€π‘–π‘– π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Ž π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž 2018 π‘¦π‘œπ‘œ π‘–π‘™π‘Žπ‘Žπ‘™π‘™π‘’ π‘Ÿπ‘Žπ‘Žπ‘€π‘€π‘–π‘– π‘–π‘™π‘Žπ‘Žπ‘™π‘’π‘’ π‘žπ‘œπ‘“π‘Ž π‘œπ‘ π‘œπ‘œ β„Žπ‘–π‘› π‘‘π‘Žπ‘Žπ‘›π‘’π‘’ π‘˜π‘Žπ‘Ÿπ‘œπ‘œπ‘Ÿπ‘Ž π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Ž π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž 2019 π‘˜π‘Žπ‘› π‘Žπ‘˜π‘’π‘’π‘˜π‘’ π‘‘π‘Ž'𝑒𝑒 π‘–π‘ π‘Žπ‘Ž β„Žπ‘’π‘π‘Žπ‘›π‘›π‘’π‘’ π‘–π‘ π‘Ž π‘Ÿπ‘Žπ‘Žπ‘€π‘€π‘–π‘– π‘œπ‘™π‘Žπ‘Žπ‘›π‘Žπ‘Ž π‘”π‘Žπ‘™π‘šπ‘’π‘’π‘ π‘ π‘’ π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž π‘šπ‘’π‘’π‘₯π‘Žπ‘›π‘›π‘œπ‘œ π‘€π‘Žπ‘™-π‘—π‘–π‘—π‘—π‘–π‘–π‘Ÿπ‘’π‘’π‘› π‘˜π‘Žπ‘Ÿπ‘œπ‘œπ‘Ÿπ‘Ž π‘œπ‘“ π‘‘π‘Žπ‘›π‘‘π‘Ž'𝑒𝑒 π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž 2019 𝑖𝑙𝑙𝑒𝑒 π‘˜π‘Žπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž π‘π‘œπ‘œπ‘‘π‘’π‘’π‘›π‘ β„Žπ‘Žπ‘Žπ‘™π‘Ž π΄π‘Žπ‘›π‘Žπ‘Ž 𝑓𝑖 πΊπ‘œπ‘‘π‘–π‘›π‘Ž π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Žπ‘Ž 𝑖𝑏𝑠𝑒𝑒 π‘‘π‘Žπ‘›π‘‘π‘Ž'𝑒𝑒𝑛 π‘˜π‘Žπ‘› π‘žπ‘œπ‘β„Žπ‘’π‘’π‘ π‘ π‘–π‘›π‘’ π‘‘π‘Ž'π‘Ž π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘Žπ‘›

19/08/2026
Bakka Bu'aan Godina Wallagga Bahaa Gareen Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Ifaa galchii 2-0n Tolee injifachuun  Liigii ...
17/08/2026

Bakka Bu'aan Godina Wallagga Bahaa Gareen Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Ifaa galchii 2-0n Tolee injifachuun Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2019tti ol guddatee.

Hawaasni fi maatiin ispoortii Godina Wallagga Bahaa hunduu Baga Gammannee
Baga Gammaddan ❀πŸ’ͺπŸ™

Akkadamiin Itoophiyaa Guddattoota Atileetiksii fi Kubbaa Miilaa Hagayya 5/2018 Magaalaa Naqamtee Istaadiyoomii Wallaggaa...
14/08/2026

Akkadamiin Itoophiyaa Guddattoota Atileetiksii fi Kubbaa Miilaa Hagayya 5/2018 Magaalaa Naqamtee Istaadiyoomii Wallaggaa irratti calalli ni gaggeessaa.

Shaampiyoona Mo'aa Mo'attoota Gareewwan Oromiyaa 24ffaa har'a taphatameen bakka bu'oonni  Godina Keenyaa  kan ta'aan Gar...
13/08/2026

Shaampiyoona Mo'aa Mo'attoota Gareewwan Oromiyaa 24ffaa har'a taphatameen bakka bu'oonni Godina Keenyaa kan ta'aan Gareen Kubbaa Miilaa B/M Guddattuu Arjoo galchii 1 -0n Booree Yoo injifatu, B/Gareen Kubbaa Miilaa B/Magaaalaa Ifaa fi Daarimuu , Horroo Alaltuu fi Mandiidaan galchii malee 0-0n goolabuun qabxii qoodatan.

Garee Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Ifaa Ramaddii isaarraa darbuu isaa mirkaneffatee jira.

Address

Nekemte

Telephone

+251902623094

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Wallaggaa Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Wallaggaa Bahaa:

Shortcuts

Share

Category