03/06/2026
π Galmeen Leenjii Gannaa Banameera! π
Ijoollee fi dargaggootaaf carraa gaarii!
β
Of eeggannoof baradhu
β
Humna qaamaa fi fayyaa kee cimsadhu
β
Naamusa, kabajaa fi of irratti amanamummaa kee guddisi
β
Leenjii Taekwon-Do sadarkaa olaanaa argadhu
π¦π§ Umurii hundaaf banaadha.
π’ Har'a leenjii jalqabi, bor mootummaa jireenya keetii ta'i!"
π NAAF-SIIF TAEKWON-DO MARTIAL ARTS TRAINING SCHOOL.
π Odeeffannoo dabalataaf nu qunnamaa.
π₯π₯Naaf Siif Taekwon-Do