Nekemte fc /kilabii kubbaa milla naqamte

Nekemte fc /kilabii kubbaa milla naqamte Page kun kaan deggaartoota kilaabii bulchinsaa magaala Naqamteeti

Dhaabata ykn Namoonni dhunfaa tiktok account followers 95k ol qabuu Bituu Barbaddan keessan Ãmëē Çhristiañ Qunnama
23/09/2025

Dhaabata ykn Namoonni dhunfaa tiktok account followers 95k ol qabuu Bituu Barbaddan keessan Ãmëē Çhristiañ Qunnama

Ulaaga galmee Jalqaaba /For registration only1.Raga guyya dhaloota birth day card copy isaa2.waraqa enyumma ykn id card3...
16/09/2024

Ulaaga galmee Jalqaaba /For registration only

1.Raga guyya dhaloota birth day card copy isaa
2.waraqa enyumma ykn id card
3. Normal Physical And mentality
Bakka Galmee
1.Namoota qaaman dhufu dandeessanif bakki galmee magaala naqamte Naanno ganda 07 fuldura Akkasumas namoota bakka biro jirtaan galmaahu barbaddan kara keessa nu qunaama
Hub. Namooti kara kessa galmoofatan guyya Qormaata ykn training guyya beeksiisni bahu dhiyaachu dandaahuti qabdu

ODUU GAMMACHISAA 🙏Akkadaami kilaabi bulchiinsa magaala naqamte Ol guddatoota magaala naqamtee keessaa jirtan akkasumas M...
16/09/2024

ODUU GAMMACHISAA 🙏
Akkadaami kilaabi bulchiinsa magaala naqamte

Ol guddatoota magaala naqamtee keessaa jirtan akkasumas Magaaloota kan biroo jiraattani fedhii kubba miila tapachuufi Akkadami kilaabi bulchinsaa magaala naqamtee galuu kan barbaaddanif
Kilaabin bulchinsaa magaala naqamte akkuma beekamu Waggota hedduf liigi olaana keessa dorgama cimaa tahe wagoota 3 darbaanif walitti ansuun sadarkaa 2ffan xumure gara morkii pirimiiyeer ligii itiyoopiyatti ol guddachuuf baraanas qophii isaa haala addan eegala jira Kanuman waal qabaate bakka butoota kilaabi kanati ol gudaatan akkasumas sadarka Akkadami gaditti tapataan
Under 13

Under 15

Under 17

Under 21
Ijjolle gahumsaa qaamafi Dandeetti adda qaban Galmesse warren ulaaga kana guutan gara garee isaatti dabalu waan barbaduuf ijjollen gahumsa qabdaan sadarka umuri kessanin ulaaga jiru guuttani dorgomu ni dandessu ulaaga dorgommifi Bakka galmee akkasumas gaffi adda adda kan qabdaanif kara kessa nu qunnama

Hub. Namoota heddu bukke akka gahuf share gochu hin dagatiina

  Taane kilabii keenya gara piriimeyer ligii Itiyoopiyatti haa Guddisnuu hundu gahee keenya haa baanu     gochuun  Waggo...
23/10/2023

Taane kilabii keenya gara piriimeyer ligii Itiyoopiyatti haa Guddisnuu hundu gahee keenya haa baanu gochuun

Waggoota 4ffan walitti aananiif Gara Guddicha Piriimar Liigii Itiyoophiyaatti guddachuuf Qarqara irra gahee kan milkaa'u dadhabe Kilabiin Magaalaa Naqamtee Garee Faallaa isaa kan 2016 baree jira .

Dorgommii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa Ramaddiin A Kilaboota 14 qabu keessaa 5 Kilaboota Naannoo Oromiyaa yoo ta'an , Isaan keessa tokko kan ta'ee fi Morkataa Cimaa gareewwan Faallaa isaaf qormaata Cimaa ta'uun barootaaf gara Piriimar Liigii Itiyoophiyaatti garuu Guddachuun kan isa rakkise Magaalli Naqamtee Dorgommiiwwan bara kanaaf Kilaboota Ciccimoo waliin Ramaddii A Jalatti ramadameera .

Dorgommiin Marsaa jalqabaa Kan ramaddii Kanaa Magaalaa Finfinneetti dorgomama .

Garee Faallaa taphoota Marsaa duraa .
Torbee 1ffaa , Kolfee Qaraaniyoo waliin ,
Torbee 2ffaa , Itiyoo Elektiriik
Torbee 3ffaa , Jimmaa Abbaa Bunaa
Torbee 4ffaa , Kolleejjii Poolisii Oromiyaa
Torbee 5ffaa , Buna Yirgaa Caffee
Torbee 6ffaa , Buna Benchi Maajii
Torbee 7ffaa, Magaalaa Moojoo
Torbee 8ffaa , Silxee Waraabee
Torbee 9ffaa , Magaalaa Finfinnee
Torbee 10ffaa , Halaabaa
Torbee 11ffaa , NIB
Torbee 12ffaa , Jimmaa Abbaa Jifaar
Torbee 13ffaa , Waaldiyaa ,
Waliin taphoota Marsaa 1ffaa isaa goolaba .

19/03/2023

Akkam jirtu deegartoota kilabii bulchinsaa magaala Naqamtee akkasumas hordooftoota page kana
Tapha ligii olaana itiyoopiyaa marsaa jalqaba kanaan dura torbewwan hedduf magaala jimmatti gegefama turuun isaa ni yaadatama
Haaluma kanaan kilaabonni bulchinsaa magaala finfinne shashamannefi Naqamtee wal dura duuban gara garumma qabxi 1 sadarka 1-3
Qabatani gara marsaa lammafafi isaa xumuratti ga'uun isaani ni yadaatama
Taphooni ligii olaano marsaa lammaffa torbe 1ffa guyya harra eegalani jiru

Kilabiin Magaalaa Shaashamanneefi Magaalaa Finfinnee guyyaa har'a gita isaanii waliin qabxii qoodachuun walqixa ba'aniiru. Kilabiin keenya immoo bor sa'aatii 8:00tti gitasaa Kilabii Buna Yirgaa Caffee injifachuun dursummaa kan qabatu ta'a. Kilabii qaalii kanaaf carraa gaarii hawwina!

01/02/2023

😡😡😡😡
Addis ababa fc 1:0 Nib
90+1

First round of ethiopian higher league
Group A
Addis Abeba 13 games 24 point 1st
Nekemt fc 13 games 23 point 2nd

Deegartoota keenyaa hundaaf taphaa ligii olaana itiyoopiyaa guyya harra marsaa 1ffaan istaadiyoomi magaala jimma irratti...
01/02/2023

Deegartoota keenyaa hundaaf taphaa ligii olaana itiyoopiyaa guyya harra marsaa 1ffaan istaadiyoomi magaala jimma irratti torbewwan 13 f geegefama ture guyyaa harra xumuramunsaa nii yaadatama
Taphaa marsaa 2ffaa fi inni xumuraa boqoonnawwan guyyoota muraasa booda nii geegefama kilaabi keenyas taphoota marsaa jalqaaba taphaate irraatti hanqiinoota jiraan foyyeessun ciminaa isaa itti fufsiisun sadarkaa isaa eegate sadarkaa 1ffaan xumuree bara 2016 gara piriimiyer ligii itiyoophiyatti akka ol guddatuu shakki hin qabnuu marree isiinis deegartoonnifi jaalatoonni akkasumaas miseensoonni group keenyaa page kana gochuun akkasuumas suurrawwan kilaabii keenyaa fayyadamtaani ergaa baga gammaddani umaata oromoo maraan akka gessani isiinin jenna
gochuun hamilee nuuf keenna akkasuumas hordooftoota keenyaa amma 5k kumaa shaani ol waan gallef taphaa marsaa dhufuu 10k miseensa kumaa kudhaan taane akka deebinu abdi qabna
Ammass carraa gaari Nekemt fc

01/02/2023
Nekemt fc qabxii 23 sad. 1ffaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏Full timeNaqamtee 2:0 kanbataDaniel Dawit 8'Tamasgen 55'🙏🙏taphaa ligii olaana itiyoo...
01/02/2023

Nekemt fc qabxii 23 sad. 1ffaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Full time
Naqamtee 2:0 kanbata
Daniel Dawit 8'
Tamasgen 55'

🙏🙏taphaa ligii olaana itiyoopiyya marsaa tokkoffa taphaa torbee 13ffa guyyaa harra kilaabin keenya kilabiin bulchinsaa magaala naqamte guyya harra taphaa isaa xumuraa qabxii 3 fi goolii qulqullu 2 argachuun kilaabin kanbaata gooli 2:0 injifaachuun boqonna marsaa jalqaaba ba'e jira
🙏haluuma kanaan guyyaa harra qabxii 3 argaachun taphoota 13 kessa qabxii 23 argachuun sadarkaa 1ffaa irratti argaama
Kilaabonni magaala finfinnefi shashamanne ammo taphoota hafte 1 osoo qabaani qabxii 21 sadarka 2ffa fi 3ffa irratti argaamu
🙏. Magaalan finfinne guyya harra taphaa isaa sa'ati 10:00 irratti kan taphaatu ni ta'a
🙏akkasumaas kilaabin magaala shashamanne guyya borii tapha isaa xumura sa'ati 4:00 irratti ni taphaatu.

Full time
Naqamtee 2:0 kanbata
Daniel Dawit 8'
Tamasgen 55'

Nekemt fc taphoota 13 qabxi 23 goolii 8 sad. 1ffaa
Debr biran fc taphoota 13 qabxi 22sad. 2ffaa
Shashamanne fi finfinne taphoota 12 qabxii 21 sad. 3ffaa

01/02/2023

Taphaa liigii olaana marsaa 1ffa taphaa torbee 13ffa fi isaa xumuraa
1st half 🕰 35'
Naqamtee 1:0 kanbata
Daniel Dawit 8'

Bara kana Daani'eel kilabii keenyaa gooliiwwan 5 galchuun tumsa olaanaa godheera Nekemt fc 1:0 Kambata                 2...
01/02/2023

Bara kana Daani'eel kilabii keenyaa gooliiwwan 5 galchuun tumsa olaanaa godheera
Nekemt fc 1:0 Kambata
29'

Address

Nek'emte

Telephone

+251921136808

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nekemte fc /kilabii kubbaa milla naqamte posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category