Maruf Abdalla Adam

Maruf Abdalla Adam Please help me for my institution Business owners

19/03/2025
13/11/2024

Play Word of the Day game and learn new web3 concept today and everyday.

08/11/2024

Aanga’aan Ikkuwaatooriyaal Giinii dubartoota hedduu waliin 'ejje' jedhame fira pirezidaantii biyyichaati.
Waa'ee nama kanaa maal beekna? Tarkaanfii akkamii isa eeggata?
πŸ‘‰πŸ‘‰ https://bbc.in/3YxMhDW

07/11/2024

Bilbilli chaarjiirra yoo bule maaliif dhoha? Maaltu gorfama?
πŸ‘‰πŸ‘‰ https://bbc.in/4fwXE5K

07/11/2024

''Tiraamp hidhattoota Faannodhaaf poolisii hin qabu, WBOdhaaf ykn ABOdhaaf poolisii [addatti] hin qabu. Abiyyiifis poolisii hin qabu.
Tiraamp poolisiinsaa kan mataasaatiti.''
Gabaasa kanaaf; πŸ‘‰πŸ‘‰ https://bbc.in/48BLqXr

07/11/2024

Israa'el doolara bil. 5 oliin xayyaarota waraanaa US irraa bituuf waliigalte
Kan kaffaluuf garuu Ameerikaadhuma taha. Akkamiin yoo jettan, odeessi kanarraa argattu.
πŸ‘‰πŸ‘‰ https://bbc.in/3UGDSgk

Address

Nazareth
01

Telephone

+251968853196

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maruf Abdalla Adam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Maruf Abdalla Adam:

Share