Ketuket itf club

Ketuket itf club How its block💪🦾🙅
How its attack🤛🤜

🥋🏆   MARTIAL ART TAEKWONDO ITF MAGAALAA MATTUU! 🏆🥋Har’a, Gareen Martial Art Taekwondo ITF Magaalaa Mattu, Mass Ispoortii...
29/08/2026

🥋🏆 MARTIAL ART TAEKWONDO ITF MAGAALAA MATTUU! 🏆🥋
Har’a, Gareen Martial Art Taekwondo ITF Magaalaa Mattu, Mass Ispoortii fi Ministeera Nagaa waliin ta’uun, sagantaa hawwataa fi ajaa’ibaa qopheessuun dandeettii fi naamusa ispoortii keenyaa mul’iseera. 👏🔥
Akkasumas, wal-dorgommii yeroo darbe gaggeeffame irratti hirmaannaa taasifneef, gephni nuuf kennameera. Ha tahu male gareen keenya bulchiinsa magaala mattuf keenne jiraa Sirni gephaa kennuu kun bakka Kantiibaan Magaalaa Mattu, Obbo Tashalee Ejersoo, fi keessummoonni kabajamoon argamanitti gaggeeffame.
Gephaa nuuf kenname kana Bulchiinsa Magaalaa Mattuuf kennuun keenya gammachuu fi ulfina guddaa nuuf ta’eera. 🏅🎖️Geephni kun Federeeshinii Ispoortii Itoophiyaa irraa garee keenyaaf kan kenname yoo ta’u, hojii gaarii, hirmaannaa fi dadhabbii gareewwan hundaa dinqisiifachuu fi jajjabeessuu kan agarsiisudha.

🙏 Bulchiinsa Magaalaa Mattu, keessumaa Kantiibaa Magaalaa keenyaa, ispoortii fi dargaggoota deeggaruu keessaniif, akkasumas gareewwan wal-dorgommii irratti hirmaatan hundaaf beekamtii fi gephaa kennuu keessaniif galata guddaa qabdu.

👏 Akkasumas, Mass Ispoortii, Ministeera Nagaa, Federeeshinii Ispoortii Itoophiyaa, leenjistoota, abbootii fi haadholii, maatii, deeggartoota, akkasumas gareewwan wal-dorgommii irratti hirmaatan hundaaf galanni keenya guddaadha.

💪🥋 “Discipline, Respect & Excellence”

Ispoortiin karaa nagaa, tokkummaa, naamusaa fi milkaa’inaa ti!

Gareen Martial Art Taekwondo ITF Magaalaa Mattu — Har’a caalaa boru! 🔥🏆










’ina

  🥋 lover ketukeet itc
28/08/2026

🥋 lover ketukeet itc

28/08/2026

Ketukeet itf club warra jaalala hojii isaani ilaalii

28/08/2026
  marsee eegaan siin jedhaam
26/08/2026

marsee eegaan siin jedhaam

Hangaa duututti yaalii kan jedhamuuf sababafi Harras Boris yaaluu hin dhiisin naaf tahu didee maal na fayyada jette Abdi...
26/08/2026

Hangaa duututti yaalii kan jedhamuuf sababafi Harras Boris yaaluu hin dhiisin naaf tahu didee maal na fayyada jette Abdii kutte hin dhiisiin wan qabdee jirtutti cichiii itti cichii siin jedhaam bqa

24/08/2026

Simanna gareen ketu keet tasisee Barattota Koo kabajaaf jaalala natti argisiftani na keessa hin badduu galatooma imalli garaduraatti

Address

Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ketuket itf club posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share