Kush Sport

Kush Sport Odeefannoo Waqtaawaa Addunyaa keenyaa yeroo yeroon gurra keessanin karaawwaan adda addaan isin biraan geenya

07/12/2022
Qatar(Quataar) haala Baniinsa waancaa Addunyaa bara 2022 baayyee adda ture.Wooooowwwww Qatar πŸ‡ΆπŸ‡¦πŸ‡ΆπŸ‡¦πŸ‡ΆπŸ‡¦πŸ‡ΆπŸ‡¦
20/11/2022

Qatar(Quataar) haala Baniinsa waancaa Addunyaa bara 2022 baayyee adda ture.

Wooooowwwww Qatar πŸ‡ΆπŸ‡¦πŸ‡ΆπŸ‡¦πŸ‡ΆπŸ‡¦πŸ‡ΆπŸ‡¦

Qatar πŸ‡ΆπŸ‡¦πŸ‡ΆπŸ‡¦ World 🌎 Cup 2022Waancaan Addunyaa Qatar Kan 2022 Kan Addunyaan Ispoortii hundii hawwiin eegaa ture har'a ni e...
20/11/2022

Qatar πŸ‡ΆπŸ‡¦πŸ‡ΆπŸ‡¦ World 🌎 Cup 2022

Waancaan Addunyaa Qatar Kan 2022 Kan Addunyaan Ispoortii hundii hawwiin eegaa ture har'a ni eegala.

Sirni baniinsaa sa'aati 12 eegaale.
Taphni

Qatar πŸ‡ΆπŸ‡¦ Vs Ecuador πŸ‡ͺπŸ‡¨ 1:00tii

Maatiin Kush Sport Biyya isiin deeggartaan hundaafuu carraa gaarii!!!

🌎🌍Waancaa AddunyaaπŸ‘‰Beellama guddaan Addunyaa kubbaa miilaa eegaluuf guyyoota 10n qofatu hafe.πŸ‘‰Biyyonni Addunyaa ammas tu...
10/11/2022

🌎🌍Waancaa Addunyaa

πŸ‘‰Beellama guddaan Addunyaa kubbaa miilaa eegaluuf guyyoota 10n qofatu hafe.

πŸ‘‰Biyyonni Addunyaa ammas tuuta taphattota isaanii beeksisaa jiru.

πŸ‘‰Qataris qophii Waancaa 🌎 Addunyaa kan gatii guddaan itti bahe keessummessuf qophii xummuraa jirti.
Waancaa Addunyaa Russia πŸ‡·πŸ‡Ί kan bara 2018 irratti qophiif dollarri baasii ta'e billiyoona 11.6 yoo ta'u kan Qatar baranaa dollara USA Billiyona 220tti tilmamama.

πŸ‘‰Waancaa Addunyaa baranaan CR7 / Chritiano Ronaldon Goolii kan galchu yoo ta'e taphataa calqabaa Waancaa Addunyaa 5 irratti goolii galche ta'a
2006=German
2010=Afrika kibba
2014=Brazil
2018=Russia
2022=Qatar

Qimamii Gurraattiin warra Senegal Saido Manen miidhama kaleessa isa muudateen waancaa addunyaan ala Ta'eera.Carraa baayy...
09/11/2022

Qimamii Gurraattiin warra Senegal Saido Manen miidhama kaleessa isa muudateen waancaa addunyaan ala Ta'eera.

Carraa baayyee nama gaddisiisa

Brazil πŸ‡§πŸ‡·πŸ‡§πŸ‡·πŸ‡§πŸ‡·  fi Denmark πŸ‡©πŸ‡°πŸ‡©πŸ‡°πŸ‡©πŸ‡°Waancaa Addunyaa Qatar 2022f tuuta isaani beeksisaniiru.
08/11/2022

Brazil πŸ‡§πŸ‡·πŸ‡§πŸ‡·πŸ‡§πŸ‡· fi Denmark πŸ‡©πŸ‡°πŸ‡©πŸ‡°πŸ‡©πŸ‡°
Waancaa Addunyaa Qatar 2022f tuuta isaani beeksisaniiru.

Ramaddii
07/11/2022

Ramaddii

Rest In Peace The King of Music πŸŽΆπŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”Goota Artii uummata kush keessatti iddoo gudda qabdu,Ati ofiifuu artidha,artii...
07/11/2022

Rest In Peace The King of Music 🎢
πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”

Goota Artii uummata kush keessatti iddoo gudda qabdu,Ati ofiifuu artidha,artii jechuunis sihi.Namni akka kee Seenaa keessatti yeroo tokko qofa argama.

Ati dhugaa nama addaati,kennaa badhaasa uumaa,bara fokkattuu afaan ofii dubbachuun dhorkamu san bakkalcha artii oromoo ta'uun biiftuu baha oromiyaatii batee Doktora kabajaa dr Artist Alii Birraa!!!

Qabsaa'aa mirga namummaa,goota wal qixxummaa dhala namaaf sagalee ta'aa turte,Tokkummaa ummata kee muuziqaan ergaa dabarsaa turte,ati hin duune Seenaan kee jaarraa darbeetu baraaf jiraata.

Uummata Kush Bal'aa fi Deegartoota Dr Artist Alii Birraan Maqaa Kush Sportin jajjabina isiniif hawwina.
πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ’”
Nagaan Boqadhu Biyyoon sitti haa salphattu!!!

Hub.Sababa rakkoo dhuunfaaf Sarararraa baduu keenyaaf hordoftoota keenya dhiifama gaafanna.Nu hoofkalchaa!!!

Baga Ayyaana irreechaa nagaan geessaan!!!Kush Guddicha koofAyyaanaa gaariiAyyana milkiiAyyaana GammachuuAyyanaa jaalalaa...
30/09/2022

Baga Ayyaana irreechaa nagaan geessaan!!!

Kush Guddicha koof
Ayyaanaa gaarii
Ayyana milkii
Ayyaana Gammachuu
Ayyanaa jaalalaa haa ta'u

Mirgaan oolaa galaa,hamtuun yartuun isin hin argiin Saba bareedaa koo

🎷🎬🎺🎸🎻🎷🎺
Roobee Didicha
Dhufe didichaa
Baddaa gammojjii
Walitti ililchaa
Oromo guddaan
Guyyaa irreechaa

Oromoon Duruu Faayaa
Faayaan babbareedanii
Ijoolleen abbaa gadaa
Walkeessa Areedanii
Guyyaa dardaraaf durbii
Jaalalaan walii sirbu
Guyyaa garaan hammattee
Wal biraa sokkuu jibbu
🎺🎷🎺🎷🎺🎷🎺
Artist Kabajamaa Qamar Yesuuuuuuuf

Baga Ayyaana Masqalaaf geessaan!Gareen Biyyoolessa Itoophiyaa har'a sa'aatii 11:00tti tapha micoomaa Sudaan wajjiin ni t...
26/09/2022

Baga Ayyaana Masqalaaf geessaan!

Gareen Biyyoolessa Itoophiyaa har'a sa'aatii 11:00tti tapha micoomaa Sudaan wajjiin ni taphata

Carraa gaarii

Deegartoonnii Manchester United baga gammaddaan.Taphataan Taaleenti kubbaa miilaa gaarii qabu karaatti hafee oolee ture....
14/09/2022

Deegartoonnii Manchester United baga gammaddaan.

Taphataan Taaleenti kubbaa miilaa gaarii qabu karaatti hafee oolee ture.Kubbaa miilaaf baga deebi'e

Update Mason Greenwood
πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½
Mason Greenwood erga qaadhimaa isaa reebee hidhame booda maqaan isaa garee man utd kan waggaa 21 gadii jalatti har'a galmaaye.

Forwards
Amad*
Anthony Elanga
Noam Emeran
Ethan Ennis
Alejandro Garnacho
Mason Greenwood
Joe Hugill
Charlie McNeill
Mateo Mejia
Ashton Missin
Manni Norkett
Malachi Sharpe
Shola Shoretire
Ethan Wheatley
✍🏻kana jechun oduun dhiyoo tana intalti isa himatte himata San kaafte jedhu dubbii dhugoomsitu dha Greenwood yeroo dhiyotti gara kilabichaa ni deebi'a jechuu dha

Address

Lege T'afo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kush Sport posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category