16/08/2026
⚽️⚽️❤️Baga Gammaddan❤️⚽️⚽️
Akkuma beekamuti Aana Keenya keessati Leenjji Sporti kubaa Millaa Gudatoottaaf Keenaa jiraachuu Kenya Niyaadatama Aara Garuu Calallii Akaadami Xurunash Dibaaba Fi Akaadami Fedaraala Senuf Calalamuu Irrati hirmaane Ture Kan Hirmaane keessa amoo Anaa kenyaraa Gudatooni Sadii 3 Calallii Xumuraa Kan Magaala Dire Dewaa Irrati Guyyaa Salasaa Godhamuuf Darbanii Jiruu Bu'aa Lafaati ofii Arguun Caalatti wani nama gamachisuu hin jiruu Calallii Xumuraa Sanis dabartani Akka Seentan abdiin issiniraa qaba Naa Jabaadha jajabee too 💪🫡
3
3
2