Dhangaa Ispoortii

Dhangaa Ispoortii Ispoortiin Fayyaa sammuuti!

Tilmaama keessan kennaa!
20/09/2025

Tilmaama keessan kennaa!

Liivarpuul 2-0 Niwukaastil ⚽️Zobozlaay 11'⚽️Maakalester 63'
26/02/2025

Liivarpuul 2-0 Niwukaastil
⚽️Zobozlaay 11'
⚽️Maakalester 63'

Full-Time
22/02/2025

Full-Time

Tapha eegamaa torbee kana kan tahe tapha xumuraa waancaa Suupper kaaappii Ispeen Riyaal Maadriid fi Baarseloonaa gidduut...
12/01/2025

Tapha eegamaa torbee kana kan tahe tapha xumuraa waancaa Suupper kaaappii Ispeen Riyaal Maadriid fi Baarseloonaa gidduutti taasifamu eenyuutu ol aantummaan xumuree abbaa geebaa taha jettanii yaaddu?💥

✅maachiter unaaytid sochii kooloo muwaanii fudhachuuf taasisaa   jiran cimsanii itti fufaa jiru.fooddaa jijjiirraa kanaa...
10/01/2025

✅maachiter unaaytid sochii kooloo muwaanii fudhachuuf taasisaa jiran cimsanii itti fufaa jiru.

fooddaa jijjiirraa kanaan taphataa sarara fuulduraa kana fudhachuuf wanta hunda akka taasisan yoo himaamu. yeroo amma angawoota yunaaytid fi PSG giddutti mariin taasifamaa akka jiru ibasameera.
Ispoortii

Congratulations!
10/08/2024

Congratulations!

●○ v .good
05/05/2024

●○ v .good

Remadan Mubarek 'Gaafa Jarman mo'attu ilma Jarman, gaafa Jarman mo'amtu ammoo Tarkii jedhameen waamama'' Jedhe mesut ozi...
28/03/2024

Remadan Mubarek
'Gaafa Jarman mo'attu ilma Jarman, gaafa Jarman mo'amtu ammoo Tarkii jedhameen waamama'' Jedhe mesut ozil.

Baga Geenye
10/03/2024

Baga Geenye

Yeroo Baayyee... 🫶
15/02/2024

Yeroo Baayyee... 🫶

 !!!!Kiiliyaan Mbaappeen ganna kana PSG GADI dhiisuuf kan murteesse yoo ta'u, bilisa ta'ee kilabicha akka gadhiisu pirez...
15/02/2024

!!!!

Kiiliyaan Mbaappeen ganna kana PSG GADI dhiisuuf kan murteesse yoo ta'u, bilisa ta'ee kilabicha akka gadhiisu pirezidaantii PSG Nasser Al Khelaifi beeksiseera.

Jetteeree!
15/02/2024

Jetteeree!

Address

Harargee
Kombolcha

Telephone

+251934082614

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhangaa Ispoortii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dhangaa Ispoortii:

Share