Sanyii dhugaa

Sanyii dhugaa Alhamdulillah

10/05/2026
09/05/2026
Follow
09/05/2026

Follow

BAGA GEESSAN! 🌙✨• Boru Ramadaana!• Galgala kana Taraawiiha jalqabna!Hiriyyaa fi fira keenya hedduutu osoo Ramadaana kana...
17/02/2026

BAGA GEESSAN! 🌙✨
• Boru Ramadaana!
• Galgala kana Taraawiiha jalqabna!

Hiriyyaa fi fira keenya hedduutu osoo Ramadaana kana hin ga’in addunyaa kanarraa addaan godaanan. Nuti garuu carraa ADDAA kana arganneerra...

Baga kanaan nu ga'e!
Akka Ramadaana dhumaa soomaa jirrutti haa jabaannuu!

✅Koomaa qe'ee waa maraaQe'ee quufaaf qananiiWaardiyyaa warra jimmaaEegduu gibee shananiiBosona uumamaatiinBabbareeddee f...
28/01/2026

✅Koomaa qe'ee waa maraa
Qe'ee quufaaf qananii
Waardiyyaa warra jimmaa
Eegduu gibee shananii

Bosona uumamaatiin
Babbareeddee faayamtee
Haphattiif caalteen gidduu
Kabajaadhaan kaayamte.

Utuu of eeggannoodhaan
Namni gabaaf dhiyeessee
Dhandhama buna keetuu
Adda godhe miyeessee!

Yaa xaafii warra mottee
Yaa boqqolloo qirixaa
Ittoo si'n barbaachisu
Mucucaatee si lixaa.

Ambabbeessiifi warjiin
Loozii shaarfaa taasisaa
Sangaan warra maariboo
Garaa nama naasisa.

Kam himeetan kam dhiisa
Atoo waa hedduu qabda.
Akkamitti harmee koo
Qooda nu biraa dhabda!

Abadan sirraa hin hafu
Ati haadha nadeesse
Siin jetti ijoolleen kee
Waamicha kee dhageessee
Isheen biyya jirtuu fi
Warri hireen fageesse!

Warri walaloo jaalattan shera walif godha mee ✅

Congratulations
02/08/2024

Congratulations

Address

Jimma

Telephone

+251965013283

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sanyii dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share