Abdalla Badru Madrid

Abdalla Badru Madrid Sport team

Happy birthday 🎂 🥳 🎉 🎈 🎁 🎊  Toni Kroos who turns today 3️⃣4️⃣ Legend The best Midfielder in the world 🌎 👏 👌
05/01/2024

Happy birthday 🎂 🥳 🎉 🎈 🎁 🎊 Toni Kroos who turns today 3️⃣4️⃣ Legend
The best Midfielder in the world 🌎 👏 👌

Rabbi Rahmata siif hagodhu 🤲☝️🥹Guyyaa har'a Biyya Indonesia 🇮🇩 keessatti salaata jumah Masjiida keessatti imaamni akkuma...
05/01/2024

Rabbi Rahmata siif hagodhu 🤲☝️🥹

Guyyaa har'a Biyya Indonesia 🇮🇩 keessatti salaata jumah Masjiida keessatti imaamni akkuma suuraa irratti argitanutti du'aan adunyaa kana irraa boqoteera rabbiin rahmata siif hagodhu 🤲☝️🥹🤲

Assalamu aleykum worahmatullah wobarakhatu Happy Jumah day 🕌 🕋                     Sallallahu aleyhiWossallam
05/01/2024

Assalamu aleykum worahmatullah wobarakhatu
Happy Jumah day 🕌 🕋
Sallallahu aleyhi
Wossallam

Full time   LaLiga 19Real Madrid C.F. 1️⃣ _0️⃣ Mallorca Goal Antonio Rudiger by beauty assist Luka Modrić
03/01/2024

Full time LaLiga 19

Real Madrid C.F. 1️⃣ _0️⃣ Mallorca

Goal Antonio Rudiger by beauty assist Luka Modrić

HF TIME Real Madrid C.F. 0 _ 0  Mallorca F.C
03/01/2024

HF TIME

Real Madrid C.F. 0 _ 0 Mallorca F.C

Bichuun keenya Arda Güler har'a yeroo jalqabaaf Real Madrid C.F. woliin ni jalqaba Mallorca woliin jedhame eggama daqiiq...
03/01/2024

Bichuun keenya Arda Güler har'a yeroo jalqabaaf Real Madrid C.F. woliin ni jalqaba Mallorca woliin jedhame eggama daqiiqaa argachuu danda'a

Kanaa booda ijaazaa bahuun hin barbaachisu shaakalota 🤣🤦 Jijjiirama 2024 ti kunis
03/01/2024

Kanaa booda ijaazaa bahuun hin barbaachisu shaakalota 🤣🤦 Jijjiirama 2024 ti kunis

Boruu taphni LaLiga Spain 🇪🇸 torbeen 19 ffaan Real Madrid C.F. vs Mallorca Atlantico De Madrid vs  Girona FC hawwiin egg...
02/01/2024

Boruu taphni LaLiga Spain 🇪🇸 torbeen 19 ffaan

Real Madrid C.F. vs Mallorca

Atlantico De Madrid vs Girona FC hawwiin eggama

Bara haarawatti Hoolota kana bitannee jirra Baga bara haarawa  2024 tiin isin gahe jarana
31/12/2023

Bara haarawatti Hoolota kana bitannee jirra

Baga bara haarawa 2024 tiin isin gahe jarana

Fulham 2️⃣_1️⃣ Arsenal   🤌🫰🤦Jechoota haggantootaa fi taphattoota Arsenal gidduutti gaggeeame sababa wol dhahu fi wol hub...
31/12/2023

Fulham 2️⃣_1️⃣ Arsenal 🤌🫰🤦

Jechoota haggantootaa fi taphattoota Arsenal gidduutti gaggeeame sababa wol dhahu fi wol hubachuu dhabuutiin injifatamneerra

Full time Fulham 2 _ 1 Arsenal Daa'imman Arsenal har'as gara injifatamuutti deebi'an
31/12/2023

Full time

Fulham 2 _ 1 Arsenal

Daa'imman Arsenal har'as gara injifatamuutti deebi'an

CRISTIANO RONALDO  Galchii isa Ligaan bara kanaa egalee Goolii 20 ffaa isaati ALNASSR woliin Erga Barri 2023 itti seenee...
30/12/2023

CRISTIANO RONALDO Galchii isa Ligaan bara kanaa egalee Goolii 20 ffaa isaati ALNASSR woliin

Erga Barri 2023 itti seenee Goolii isaa 54 ffaa har'a yoo galchu adunyaaf isa tokkoffaadĥisa
Cristiano Ronaldo 5️⃣4️⃣⚽️
Harry Kane 5️⃣2️⃣ ⚽️
Kylian Mbappe 5️⃣2️⃣⚽️
Erling Haalaand 5️⃣0️⃣⚽️
Cophee worqii bara kanaas injifate umriin Lakkofsa inni hammaayyu 39 dha

Address

Jimma
ABDALLA.123

Telephone

+966564493176

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdalla Badru Madrid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdalla Badru Madrid:

Share

Category