Dimtu Black Star

Dimtu Black Star Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dimtu Black Star, Sports League, Jimma.

yaa rabbi dhukkuba koronaa(covid-19)irraa ati nu eegiNama jaallannuuf jecha of haa eeggannu
05/04/2020

yaa rabbi dhukkuba koronaa(covid-19)irraa ati nu eegi
Nama jaallannuuf jecha of haa eeggannu

Dimtu Black Star taphattoota ga'eessa malee taphattoota guddattoota hojjechiisa jira leenjisaa yeneen taphattota kanarra...
07/02/2020

Dimtu Black Star taphattoota ga'eessa malee taphattoota guddattoota hojjechiisa jira leenjisaa yeneen taphattota kanarratti waan hojjechaa jiruuf hamile naa kennaafii #👍

15/01/2020

Dimtu Black Star leenjii isaa haala ho'aa taeen itt fufee jira Kilabiin Diimtuu Black star Asandabo Permer Ligue iratti tapha toko moachuun tapha tokko qixxee ba'ee qabxii qoodachuun gara isattanutti darbuu isaa mirkaneeffatus tappha kilaba naaddaa wajjin qabu moatee qabxii isaa fooyyeffachuuf sirna ho'taeen leenjii itti fufee jira

Kilabiin DIIMTUU BLACK STAR hardha magaalaa Asandaaboo kilaba Naaddaa ODAA DIIMAA Wajjin Taphachuun Qabxii sadi eegsifat...
01/12/2019

Kilabiin DIIMTUU BLACK STAR hardha magaalaa Asandaaboo kilaba Naaddaa ODAA DIIMAA Wajjin Taphachuun Qabxii sadi eegsifateera.
DBS 4:3 OD Qabxii isaa egsifateeta baga gammddan

29/11/2019

DIMTU BLACK STAR like gochuudhaan maatii ta'aa
DIMTU BLACK STAR like በማድረግ ቤተሰብ ዪሁኑ ይሄ ትክክለኛዉ የ DIMTU BLACK STAR page ነዉ

Sports league

29/11/2019

እሄ ትክክለኛዉ የ DIMTU BLACK STAR page ነዉ

29/11/2019

Kilabii dimtu Black Star Tapha primer liigii Asandaaboo irratti qabu sirna ho'aa taeen leenjii isaa itti fufee jira taphatoonnis miira nii mo'annaatiin leenjii itti fufanii jiru . Dabalataanis pagen kun page dhugaadhaan Dimtu Black Stariif dhaabbate waan ta'eef like gochuudhaan maatii ta'aa

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dimtu Black Star posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category