Gulumma Tashoma

Gulumma Tashoma Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gulumma Tashoma, Sports Event, Jimma.

Boru Galgala Dhiyaata!= = = = =Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) waliin turtii taasifame boru Hagayya 26,2017 Galgal...
31/08/2025

Boru Galgala Dhiyaata!
= = = = =
Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) waliin turtii taasifame boru Hagayya 26,2017 Galgala sa’aatii 2:30 irratti dhiyaata hordofaa!

☆.  Dhallii namaa kuta jireenya saddeet qaba.                   ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~《1》 Amanta qaba amanta isaaf ...
12/08/2025

☆. Dhallii namaa kuta jireenya saddeet qaba.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
《1》 Amanta qaba amanta isaaf yeroo karoora qabaachu qaba.
《2》 Sammuu isaa misoomsu irratti hojjeechu qaba.
《3》 Miira isaa bilcheessuf yeroo kennuu qaba
《4》Fayyummaa qaama isaatiif Ispoortii Hojjechuu qaba.
《5》 Dinaagde isaa guddiisu irraatti hojjechuu qaba.
《6》 Maatii isaaf yeroo fi karoora qabaachu qaba.
《7》 Hojii isaaf yeroo fi karoora qabaachu qaba.
《8》 Jireenya hawwaasumma isaaf yeroo fi karoora qabaachu qaba.

👉GAA'ILA GAARII! ❤💞💕💔      👉HAPPY WEDDING!❤💞💕💔Obboleewwan Keenya Dargaaggoo    fi Shamarree    baga guyyaa gaa'ila keess...
03/05/2025

👉GAA'ILA GAARII! ❤💞💕💔
👉HAPPY WEDDING!❤💞💕💔
Obboleewwan Keenya Dargaaggoo fi Shamarree baga guyyaa gaa'ila keessaniin isin gahe

👉❤❤Gaa'illi keessan kan Abirhaamii fi Saaraa isiniif ta'u!!❤❤

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gulumma Tashoma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category