Liivee Fc

Liivee Fc � kabajamtoota fi hordoftoota deeggartoota livee qaqqaalii like share gochuun nu jajjabeessaa.

23/11/2025

5,000 🔥🏆

Tapha guyyaa har’aa fi gidduutti sa’atii 1:30 irraa eegalee taphatamu irratti namoota dursanii tilmaama sirrii taphichi ittiin goolabamu argatan 5f qarshii 1000, 1000, 1000, 1000, 1000 ni badhaafna!

🤝
1ffaa. Akkuma tilmaama kee comment irra gooteen post kana like gochuu, share gochuu fi screenshot comment kee yerichuma karaa inbox nuuf erguu dirqama.

2ffaa. Comment Edit gochuun ulaagaan ala si taasisa, akkasumas guyyaa biraaf page kana jalaa ban akka taatu sigodha.

3ffaa. Namni tokko yeroo tokko qofa tilmaamuu danda’a hin taane taanan badhaasaan ala taata.

Hubadhu!
Eenyumtuu osoo ulaagaa hin guutin badhaafamaa ta’uu hin danda’u, dursa ulaagaa guutuu dubbisuun guutuu qabdan!

🔥
Jabaa Electronics follow godhaa

Premier league england torbee 3ffaan liverpool dirreen ala goolii luis Diaz lamaafi tan mo salah takkaan Manchester Unit...
01/09/2024

Premier league england torbee 3ffaan liverpool dirreen ala goolii luis Diaz lamaafi tan mo salah takkaan Manchester United barbadeesse.

Deeggartoonni liverpool hundi keessan baga gammaddan

Matchday in Manchester 👊  | Super Sunday
01/09/2024

Matchday in Manchester 👊

| Super Sunday

FEDRICO CHIESA: 🗣 ''Taphataa Liivarpuul ta'uu kootti baay'een gammada.  Riichaard Hiyuuz yeroo naaf bilbilee: Liivarpuul...
29/08/2024

FEDRICO CHIESA: 🗣 ''Taphataa Liivarpuul ta'uu kootti baay'een gammada. Riichaard Hiyuuz yeroo naaf bilbilee: Liivarpuulitti makamuu barbaaddaa? Seenaa kilabii kanaa waanan beekuuf battaluma sanatti eeyyee jedheen, Jalqabuuf eeguu hin danda’u”.
......Fabrizio Romano.......

Fedrico Chiesa liverpool keessatti hidhannoo lakkoofsa 14 kan uffatu tahuun beekkameera.
29/08/2024

Fedrico Chiesa liverpool keessatti hidhannoo lakkoofsa 14 kan uffatu tahuun beekkameera.

WEL COME TO LIVERPOOL  ♥️ FEDRICO CHIESA 🇮🇹🇮🇹🇮🇹🇮🇹🇮🇹
29/08/2024

WEL COME TO LIVERPOOL ♥️ FEDRICO CHIESA 🇮🇹🇮🇹🇮🇹🇮🇹🇮🇹

🔴🩺 Kutaan jalqabaa qorannoo fayyaa Federico Chiesa Liivarpuul keessatti xumuramee jira. Juuveentus fi Liivarpuul taphati...
29/08/2024

🔴🩺 Kutaan jalqabaa qorannoo fayyaa Federico Chiesa Liivarpuul keessatti xumuramee jira.

Juuveentus fi Liivarpuul taphaticha mallatteessisuuf sanadoota hunda qopheessanii jiru.
........Fabrizio Romano......

Done Deal ☑️🔰Liverpool Taphataa sarara fuul-duraa Juventus fi garee biyyaalessa Italy Fedrico Chiesa'n mallateesifate.➡️...
29/08/2024

Done Deal ☑️

🔰Liverpool Taphataa sarara fuul-duraa Juventus fi garee biyyaalessa Italy Fedrico Chiesa'n mallateesifate.

➡️ Liverpool Taphatichaaf 12£ + 2.5£ Kan kaffale yoo tahu Taphataan kun qorannoo fayyaaf kaleessaa meriisaayid galeera.

Liverpooliif jijjiirraa ganna kanaaf Taphataa lammaffaa mallateesifate.

🔴 Odeeffannoo haaraa waa'ee liverpool  🔴 ➡️Liverpool fi Aston Viilaan taphataa sarara ittisaa giddu galeessaa Naantees N...
27/08/2024

🔴 Odeeffannoo haaraa waa'ee liverpool 🔴

➡️Liverpool fi Aston Viilaan taphataa sarara ittisaa giddu galeessaa Naantees Naataan Zeezee kan umuriin isaa waggaa 19 ta'e ilaalaa jiru⏳

➡️ Barça hanga ammaatti Chiesaaf qarshii hin ergine garuu, Liivarpuul ammoo duraanuu isa waliin qunnamtii uumeera.

Har'as ta'e boru oduu waa'ee egeree isaa ni ibsa jedhamee eegama.⏳🇮🇹

➡️ Liivarpuul Taphataa Baayern fi garee biyyaalessa France Kiingsleey Koomaan Gaafateera garuu Feederiko Kiyeesaa Mallatteessisuuf Xiyyeeffannaan Jira.⏳⏳

➡️ Nat ​​Phillips guyyoota xumuraa gabaa jijjiirraa irratti garee kana gad lakkisuuf yaalaa jira.

Gaaddee JM JM..✍️

🚨🇳🇱 Liivarpuul fi Cheelsiin taphataa sarara fuulduraa Leeds United Crysencio Summerville ganna kanatti mallatteessifachu...
01/06/2024

🚨🇳🇱 Liivarpuul fi Cheelsiin taphataa sarara fuulduraa Leeds United Crysencio Summerville ganna kanatti mallatteessifachuuf hordofaa jiru. Garuu hanga ammaatti qabatamaan wanti eegalame hin jiru.!
✅ Lammiin Holland ganna 22 kun bara dorgommii kana Leeds United'f taphoota 49'n galchiiwwan 21 lakkoofsisee 10 mijeessuu danda'eera.!

Fabrizio Romano

Address

Harar
Harer

Telephone

+251972457929

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liivee Fc posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Liivee Fc:

Share