Sport for Oromo

Sport for Oromo We stan for my country /region

Mastaroota Kubba milaa. Master of Football.
29/11/2021

Mastaroota Kubba milaa.
Master of Football.

29/11/2021

Manchen 1 fi 1 Qixa Bate Sanchon 50'

26/09/2020

Wixata
Liverpool Vs Arsenal
Nu Eegaa
Tilmama Keessaan nuf kenna

18/08/2020

KA'II QEERROO DHUFEE BARRII ROORROO
~Yeroo amma kana Akkumaa beekkamuu Jawaar,Baaqala,Hamza fi haayyoonnii oromoo heeduun mana hidha keessatti Dhukkubsaatani lubbu irraa jiruu lubbuu qallii Akkaa Haaccaaluu Dhabnee jira kun waan Waayyaanee nuraattii hin hoojaattin Nafxenya fi Fakkaattonii Issaa kan akka Uummata oromoo ija jaamsuf hojjaattanii dha kana yaa Oromoo Hacee dhaabnee Jira Jawaar Otto hin Dhabiin Tokkuumman Falmaanee Hidhamtootaa Keenyaa Harkaa haa baafnuu.

1,Nuttii Nannoo keenya keessaa nafxenyan waal makka waan tahef icciitti kee jabadhuu eeggadhuu
2,Dinaa fi fira kee addaa bafadhuu beekkii dinii sii faakkattee waan sii baalleessuuf
3,Baasaastuu Addaa baasii Eenyuu akkaa tahee fi mana Issa eessa jiraata sirriittii addaa bassii achii booda Tarkaanfi irraa deebii hin qabnee guummaachif.
SANTUU SEERAA.
QEERROO OROMOO.
NI INJIFFAANNAA.
------------------''__________''-------------‐--------'

15/08/2020

Riikoordii Attiilleet Qaananisa Baqqala Attiletii lammii Ugaandaattiin Fooya'ee

Liverpool FC CHAMPIONS
25/06/2020

Liverpool FC CHAMPIONS

24/06/2020

Maanchiisteer Yuunnittidii Fi Sheefldii Yuuniitid 80' Goooooaaalll Antual Maartial Golsadee Hojjaatee jirraa 3fi 0

Liverpool vs Crystal palace Hirrirsaa issanii waalin
24/06/2020

Liverpool vs Crystal palace
Hirrirsaa issanii waalin

☆ Seena Sadio mane  Wixaata Galgaala at 3:00 irraattii      🎤Nu Eegaadha ....Like fi share hin Dagatinaa
11/05/2020

☆ Seena Sadio mane Wixaata Galgaala at 3:00 irraattii
🎤Nu Eegaadha ....
Like fi share hin Dagatinaa

01/05/2020

☆ Sababaa dhibee Covid 19 jeechaa
Ispooortii ittii Fufu hin dandeenyee
Jeedhan kantibaan magaalaa London.
☆ Liggichaa liverpool garagarummaa
Qabxii bal'dhaa 25 Dursaa wan jiruf
Wanca Fudhachuf bayee itti dhihaatee jira.
☆ Deegartoonii diree guutaaniis waancichii kan kennamuu Diree ala wan tahef kun nu hin Yaadeessuu jeedhaa.
Maddii Mirror.

☆ PSG shaampionaa Tahee jira
01/05/2020

☆ PSG shaampionaa Tahee jira

18/02/2020

Taphnii Athletico Madrid 1:0 liverpool Xuummuramee

Address

Chiro
Hagere Selam

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sport for Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share