Tek oro de

Tek oro de Tek

deemsa dheeraa deemte Barbade hin argatuu Akka fiildii biraBaratte hin taatu  Qabeenya waan qabduufBituus hin dandeesu  ...
29/01/2021

deemsa dheeraa deemte
Barbade hin argatuu
Akka fiildii bira
Baratte hin taatu
Qabeenya waan qabduuf
Bituus hin dandeesu
Dhugummaan sitti himaa
Tarii naan dhageessuu

Olii badhafamne
Kan nuu latee ummadha
Kuni shakkii hin qabuu
Oromummaan kennadha

28/01/2021

Address

Oromiyaa
Guder

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tek oro de posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share