27/06/2025
Bulchiinsi magaalichaa yeroo ammaa Istaadiyeemii Magaalaa Wolisoo erga ijaaramee waggaa 40 booda haaromsa jalqabaa gaggeeffamaa jira.
የወሊሶ ከተማ ስታዲየም ከተገነባ ከ40 አመት በኋላ የመጀመሪያ የሚባለውን እድሳት በከተማ አስተዳደሩ እየተደረገለት ይገኛል።