Waajjira Ispoortii Go/Sh/Ki/lixaa

Waajjira Ispoortii Go/Sh/Ki/lixaa This page is to promote our office job

Onkolooleessa 5/2014Godina shawaa kibba Lixaa  Aanaa Daawootti sochiin Ispoortii qaama taasifameera.
15/10/2021

Onkolooleessa 5/2014
Godina shawaa kibba Lixaa Aanaa Daawootti sochiin Ispoortii qaama taasifameera.

Onkolooleessa 4/2014Godina shawaa kibba Lixaa  Aanaa Daawootti leenjiin marshaal Art (world Tekuando) karaa ho'ina qabuu...
14/10/2021

Onkolooleessa 4/2014
Godina shawaa kibba Lixaa Aanaa Daawootti leenjiin marshaal Art (world Tekuando) karaa ho'ina qabuun daa'imanii hanga dargaggotaatti akkataa umurii leenjiin isaa itti fufee.

Onk. 2/2014Ikoo Turiizimii fi Ipoortiin hidhata Guddaa qabu!Hojjattoota Waajira ispoortii Godina shawaa kibba Lixaatiif ...
11/10/2021

Onk. 2/2014

Ikoo Turiizimii fi Ipoortiin hidhata Guddaa qabu!

Hojjattoota Waajira ispoortii Godina shawaa kibba Lixaatiif Leenjiin hubannoo piroojeektii Guddicha Ikoo turizimii Wancii - Dandii irratti ogeessaa kanaan duraa Leenjii fudhatee Obboo Tasfayee Nuguseetiin kennameera.
Dhuma Leenjii hubbannoo kanarrattis qormaanni hojjattota hundaaf kennamuun xumuramee jira.

Fulbaana 29/2014Godina shawaa kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaatti Waldorgommiin ispoortii yeroo gannaa ji'a Lamaaf gar...
09/10/2021

Fulbaana 29/2014
Godina shawaa kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaatti Waldorgommiin ispoortii yeroo gannaa ji'a Lamaaf gareewwan 12 giddutti gaggeefamaa ture guyyaa har'aa haalaa ho'aa ta'een xumuramee jira.

Fulbaana 12/2014Godina shawaa kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaatti koreewwaan tola ooltummaan Waldorgommiin Kubbaa Miil...
22/09/2021

Fulbaana 12/2014
Godina shawaa kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaatti koreewwaan tola ooltummaan Waldorgommiin Kubbaa Miilaa Daa'immani Gannaa gaggeeffama ture xumuramee jira. Garee 1ffaa baheef badhaasni Geeba yommuu kennamu Garee 2ffaa baheef badhaasni kubbaa kennameeraaf.

Address

Godinashkilixaa@gmail. Com
Ghion

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Ispoortii Go/Sh/Ki/lixaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waajjira Ispoortii Go/Sh/Ki/lixaa:

Share

Category