28/12/2025
Akkam jirtu jaallattoonnifi deggertoonni kilaba guddaa keenyaa, turtii yeroo dheeraa booda odeeffannoowwan kilaba keenyaan wal qabatan isin biraan gahuuf deebinee jirra.
Deggarsa keessan like, share gochuun nu biraan gahaa.
🔴