Liverpuul Mootii Kilabotaa

Liverpuul Mootii Kilabotaa odeeffannoowwan waaytaawoo waa'ee liverpool argachuuf nuu hordofaa

πŸš¨ππ‘π„π€πŠπˆππ†:βœ…οΈ Biraadlii Baarkoolaan qorannoo fayyaa xumuree koontiraata waggoota 5 hanga 2031 itti mallatteessee jira.πŸ‘
30/08/2026

πŸš¨ππ‘π„π€πŠπˆππ†:

βœ…οΈ Biraadlii Baarkoolaan qorannoo fayyaa xumuree koontiraata waggoota 5 hanga 2031 itti mallatteessee jira.πŸ‘

πŸš¨ππ‘π„π€πŠπˆππ†: ODEEFFANNOO HAARAA: Liivarpuul taphataa sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Jarmanii waggaa 25 Jeeymii Leewel...
30/08/2026

πŸš¨ππ‘π„π€πŠπˆππ†:
ODEEFFANNOO HAARAA: Liivarpuul taphataa sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Jarmanii waggaa 25 Jeeymii Leeweliing kilaba Isstuutgaart irraa mallatteessuuf haalota isaa madaalaa jira
Taphataan Jarmanii kun bara dorgommii 25/26 keessatti taphoota taasiise keessatti galchii 11 kubbaa galchii tahan 12, waliigalaan hirmaannaa goolii 23 taasisuu danda'eera.

πŸš¨ππ‘π„π€πŠπˆππ†: βœ…οΈ Liivarpuul fi Paris Saint Germain dhimmoota waraqaa mallatteessanii xumuraniiru.βœ…οΈ Liivarpuul gatii jijjii...
29/08/2026

πŸš¨ππ‘π„π€πŠπˆππ†:

βœ…οΈ Liivarpuul fi Paris Saint Germain dhimmoota waraqaa mallatteessanii xumuraniiru.
βœ…οΈ Liivarpuul gatii jijjiirraa Β£106m + Β£17m (€125m+ €20m) ni kanfala.
βœ…οΈ Baarkoolaan Sa'aatiiwwan 24 dhufan keessatti qorannoo fayyaa xumuree taphataa Liivarpuul ni taha.!

Rakkoowwan Liverpool iddoo lakkoofsaa jaha irratti isaa mudataa jiru ammallee hin furamnee.Erga Fabinihio Liverpool gadi...
29/08/2026

Rakkoowwan Liverpool iddoo lakkoofsaa jaha irratti isaa mudataa jiru ammallee hin furamnee.

Erga Fabinihio Liverpool gadi dhiisee booda iddoo lakkoofsaa jaha irratti jurgen Klopp taphattoota akka Lavia.Caccido Mallatteeffatuuf barbaadaa turu illee osoo hin mallatteeffanne hafe. Arne Slot jalatti illee iddoo Sani irratti Zubemend fudhachuuf yaalaa turus hin milkoofne.

Ryan Granverbech immoo haalli tapha isaa gonkumaa taphataa lakkoofsaa jaha Ykn Skimmer hin fakkaatu.
Taphataa sarara jiddu ittisaa yeroo hundaa duubatti deebi'ee taphataa sarara ittisaa qarqara malee fuulduraatti deemee sarara penalty garee faallaa keessatti hin taphatuu. Ryan haalli tapha isaa yeroo hedduu kubbaa qabatee sarara fuulduraa deemee dhiibbaa uumuu fi kubbaa qabatee taphattoota garee faallaa goyoomsuun sarara fuulduraa deemee taphachuu jalata. Kunii immoo haalli tapha isaa Center midfielder ykn Attack midfielder isaa fakkeessa.

Kilabni keenyaa Liverpool bakka sani irratti osoo Macalister Fayyadamee irraa woyya. Alexis Macalester yeroo garee biyyaalessaa Argentina keessatti taphataa ture iddoo Sani irratti baayyee fooyya'aa ture. Taphataa iddoo lakkoofsaa jaha yeroo iddoo kubbaa tasgabbeessu akkasumas kubbaa garee faallaa harkaa buufachuun beekkama.

Ryan Granverbech πŸ‘‡
Defender midfielder (skimmer) ❌
Attack midfielder βœ…
Center midfielders βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…

Taphataan Livarpuul Viktoor Munooz tapha torbee jalqabaan daqiqaa dhumaa iratti Penality gareen isaa ittin qixaatu argam...
29/08/2026

Taphataan Livarpuul Viktoor Munooz tapha torbee jalqabaan daqiqaa dhumaa iratti Penality gareen isaa ittin qixaatu argamsiise.

Tapha har'aan goolii qixxeesisuu lakkoofsisee garee isaaf qabxii 1 argamsiiseera.

πŸ”΄ Akkaataa tapha Andoni Iraola waliin walmadaaluu ilaalchisee Florian Wirtz akkas jedhe: "Akkaataa kubbaa miilaa gara fu...
28/08/2026

πŸ”΄ Akkaataa tapha Andoni Iraola waliin walmadaaluu ilaalchisee Florian Wirtz akkas jedhe:

"Akkaataa kubbaa miilaa gara fuulduraatti dhiibuu, humna guddaa qabu, akkasumas morkataa cimaa humna dhiibbaa gochuu danda'u of keessaa qabu barbaada. Hojiiwwan kana keessatti kan hirmaataniifis haalaan ifaadha."

"Dhugaadha, amma akka gareetti kanaatti haala bu’a qabeessa ta’een raawwachuu irratti hojjechuu qabna. Kanaafuu, taphattoonni tokkoon tokkoon isaanii hojii isaanii akka gaariitti hojjechuu qofa osoo hin taane ; wanti hundi walitti hidhamiinsa garee wajjiin ta’ee walitti makamuu qaba. Waanti mumullatu Haala kamiinuu, yaada baay’ee gaarii natti uumeera."

"Akkaataan tooftaa tapha Andoni iraola kun taphattoota hedduu kan hirmaachisus ta'ee akka gareetti waan nurraa barbaadamu akka hubanntu natti dhaga'ama. Taphattoonni tooftaa tapha leenjisaa iraolatti amanuun isaanii jalqaba gaarii ta'uun isaa hin oolu, akka milkaa'us abdiin qaba."


πŸŽ™οΈ GAZEXEESSAA: Bradley, maaliif Liverpool filatte?πŸ‡«πŸ‡· BARCOLA: Sababni isaa salphaa dha. Ani kilaba guddaa qofa osoo hin...
28/08/2026

πŸŽ™οΈ GAZEXEESSAA: Bradley, maaliif Liverpool filatte?

πŸ‡«πŸ‡· BARCOLA: Sababni isaa salphaa dha. Ani kilaba guddaa qofa osoo hin taane, kilaba trophywwan mo’achuuf qophaa’e barbaada. Liverpool filannoo koo ture. πŸ”΄

πŸŽ™οΈ GAZEXEESSAA: PSG hoo?

πŸ‡«πŸ‡· BARCOLA: PSG’f kabaja guddaa qaba. Garuu yeroo carraan haaraan dhufu, murtoo gochuu qabda. Ani murtoo koo godheera. πŸ˜‰

πŸŽ™οΈ GAZEXEESSAA: Premier League keessatti defenders si eeggachaa jiru. Sodaa qabdaa?

πŸ‡«πŸ‡· BARCOLA: Sodaa? πŸ˜‚ Ani isaan sodaachuu utuu hin taane, isaan ana dhaqqabuu danda’u moo? πŸ”₯

πŸŽ™οΈ GAZEXEESSAA: Anfield irratti yeroo jalqabaaf taphachuuf maal yaadda?

πŸ‡«πŸ‡· BARCOLA: Sagalee Reds dhaga’uu qofa barbaada. Sana booda hojii koo nan hojjadha β€” goal, assist fi trophies. πŸ†

πŸŽ™οΈ GAZEXEESSAA: Ergaa Liverpool fans’f?

πŸ‡«πŸ‡· BARCOLA: β€œAni isin filadhe. Amma isin na simadhaa. Anfield irratti wal argina.” β€οΈπŸ”΄

nutiis si simanna Barcola ❀️ yaada keessan comment godhaa family

YNWA πŸ”΄

πŸ”΄ Liiverpuul taphattoota sarara fuulduraa cimsuuf waggoota walitti aanan keessatti Yuroo miliyoona 100 ol baasii taasise...
28/08/2026

πŸ”΄ Liiverpuul taphattoota sarara fuulduraa cimsuuf waggoota walitti aanan keessatti Yuroo miliyoona 100 ol baasii taasiseera. Haa ta’u malee, taphattoonni dhufan hanga ammaatti Mootii Gibtsii, Mo Salah, dagachiisuu hin dandeenye. πŸ‘‘πŸ‡ͺπŸ‡¬βš½

Oduu Ammee....Bradley   imala isaa gara England magaalaa Liverpool  Anfield boru ni taasisa jedhamee eeggama,   'n walii...
28/08/2026

Oduu Ammee....
Bradley imala isaa gara England magaalaa Liverpool Anfield boru ni taasisa jedhamee eeggama, 'n waliigaltee isaa mallatteessuuf qorannoo fayyaa boru kan taasisu ta'a.
jijjiirraan deeggartoota Liverpooliin baay'ee eeggamaa jiraachuun miira isaanii olkaasanii gurra bananii eegaa jiru

🚨 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 π†πŽ! βœ…οΈ π‹πˆπ•π„π‘ππŽπŽπ‹ Bradley Barcola PSG irraa mallatteessifachuuf waliigale.! 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 π†πŽ! βœ…οΈ Baarkoolaan guyyaa b...
27/08/2026

🚨 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 π†πŽ!
βœ…οΈ π‹πˆπ•π„π‘ππŽπŽπ‹ Bradley Barcola PSG irraa mallatteessifachuuf waliigale.! 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 π†πŽ!
βœ…οΈ Baarkoolaan guyyaa boruu gara Mersiisaayid dhufuun Medical test ni taasisa.!
βœ…οΈ Liivarpuul kafaltii jalqabaa Β£100m fi ga'uumsi taphataa kanaa ilaalamee dabaltii waliin@ hanga Β£116m gahu ni kanfala.!

Address

Dire Dawa

Telephone

+251952967414

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liverpuul Mootii Kilabotaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share