Oduu Ispoorii

Oduu Ispoorii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oduu Ispoorii, Sport & recreation, Chiro, Asebe Teferi.

PSG Rasmus Hojlund fudhachuuf yuuroo miliyoona 50 dhiyeesse ...man utd dursee €50M atlaantaf dhiyeessuun isaa ni yaadata...
27/07/2023

PSG Rasmus Hojlund fudhachuuf yuuroo miliyoona 50 dhiyeesse ...man utd dursee €50M atlaantaf dhiyeessuun isaa ni yaadatama.

David siilvaan kubbaa miilaatti nagaa dhaammate.Mootarri sarara gidduu lammii ispeen Fi kilaba Manchester siitii duraani...
27/07/2023

David siilvaan kubbaa miilaatti nagaa dhaammate.

Mootarri sarara gidduu lammii ispeen Fi kilaba Manchester siitii duraanii David Siilvaan kubbaa miilaa taphachu irraa sooraama ba'uu isaa beeksiaee Jira

📍David Silva jireenya kubbaa miilaa isaa keessatti istaatiksii fi waancaa inni milkeeffate👇

🏟 Taphoota 869
⚽️ Goolii 156 galcheera
🅰 226 mijeessee kenneera
🏆 Waancaa 20

1x Waancaa Addunyaa 🏆
2x UEFA Euro Moo'ataa 🏆
4x Piriimiyerliigii Ingiliiz🏆
2x FA Cup injifate 🏆
2x Laaligaa Ispeen injifate 🏆
5x Carabao Cup injifate 🏆
3x komniitii shiildii 🏆

Address

Chiro
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oduu Ispoorii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share