Abeya Yadeta

Abeya Yadeta Urji ITF

Pray Pictures ^kaaffee ol dabartanii shalom yk national hospital fuula duratti nu argattuu     TAJAAJILA PHOTO FI VEDION...
28/08/2026

Pray Pictures
^kaaffee ol dabartanii shalom yk national hospital fuula duratti nu argattuu
TAJAAJILA PHOTO FI VEDION WAL QABATU KAMUU BIFA QULQULLUUFI AMANAMUMMAAN ISINII HOJJENNA JEDHUU
šŸ“· Amanuel Dabala

Dhugaa dubbachuuf, nama ofii isaa ofiin jajju caalaa, nama hojii isaatiin of mul’isuutu caala.Namni dhugaan waan qabu du...
28/08/2026

Dhugaa dubbachuuf, nama ofii isaa ofiin jajju caalaa, nama hojii isaatiin of mul’isuutu caala.
Namni dhugaan waan qabu dubbachuun qofa osoo hin taane, yeroo isaa ga’utti hojii isaatiin of mul’isa garuu yeroo mo’amu, obsaan dhaabbatanii deebisanii ka’uun nama guddaa taasisa.
Sayido utuu mo’atee taa’ee, namoota ofii bobokosanii baay’een asii fi achi deemuun biyyaa kana jeequu turaani ; garuu Hojiin haa dubbatu; Nama dhugaa hojii isaatu mulisa

Oromoon Seenaa hojjete! šŸ‘Warreen akkasii kana haa jajjabeeffannu🫰Miidiyaa qabnuun haa beeksifannušŸ™  jedhama. Dhalataa Ma...
27/08/2026

Oromoon Seenaa hojjete! šŸ‘

Warreen akkasii kana haa jajjabeeffannu🫰

Miidiyaa qabnuun haa beeksifannušŸ™

jedhama. Dhalataa Magaalaa
Dorgommii amma galgala kana geggeeffamaa jiru irratti morkataa isaa Marsaa Sadeenuu 30/30 fiduun injifateera.

Warri dorgomtoonni keenya hin jiran jettan Mucaa qaxalee kanaan baga Gammadde jedhaašŸ‘

Taekwondoo wajjin erga wal baree as, jireenyi keenya baay’ee jijjiirame. Yeroo jalqaba wal barree, gara fuulduraatti maa...
25/08/2026

Taekwondoo wajjin erga wal baree as, jireenyi keenya baay’ee jijjiirame. Yeroo jalqaba wal barree, gara fuulduraatti maal akka nu eeggatu hin beeknu turre. Har’a garuu, Taekwondoon jireenya keenya keessatti seenaa, muuxannoo fi milkaa’ina hedduu nuuf uumeera. šŸ„‹ā¤ļø
Waan hundumaa keessatti Waaqayyoof galanni haa ta’u. šŸ™

Kaayyoof jecha gad jechuun ol jechuu fida!Namichi qofaa isaa dhagaa dhiibu sun, namoota biroo biratti akka maraatuutti i...
24/08/2026

Kaayyoof jecha gad jechuun ol jechuu fida!

Namichi qofaa isaa dhagaa dhiibu sun, namoota biroo biratti akka maraatuutti ilaalamuu hin hafu. Baay'eenis dhaabatanii itti kolfu ta'a. Dhageettiin gurra isaa fi agartuun ija isaa garuu, kaayyoo isaa qofarra ture.

Gufuu of jalaa kaasuu fi deemsa itti fufuudha mul'anni isaa. Namootatti gowwaa fakkaatus, inni kaayyoo isaaf gamna yeroo isaati.

Nutis, kaayyoo keenyaaf gad jechuu haa barru. Kan kaayyoof gad jedhetu olkaafama!
Baga milkeessite....isa hafes nii geessa
Obbolesako Iso!!!!

Milkaa’ina guddaa kanaaf siif baga gammaddan! Guyyaan eebbaa kee bu’aa hojii, obsaa fi carraaqqii kee ti. Waaqni beekums...
22/08/2026

Milkaa’ina guddaa kanaaf siif baga gammaddan! Guyyaan eebbaa kee bu’aa hojii, obsaa fi carraaqqii kee ti. Waaqni beekumsa kee siif haa dabalu; sadarkaa caalaa olitti si haa geessu. šŸŒ¹šŸ™
Baga eebbifamte, Eebbo! Milkaa’inni kee itti haa fufu! šŸŽ“ā¤ļø

….hibboo….Ilmoon namaa har’a uumamee, har’uma dhalatee ga’eessa ta’uu hindanda’u.Bu’aa ba’ii abdii nama kutachiisu heddu...
21/08/2026

….hibboo….
Ilmoon namaa har’a uumamee, har’uma dhalatee ga’eessa ta’uu hindanda’u.
Bu’aa ba’ii abdii nama kutachiisu hedduudhaan qoraafamee as ba’a.
Har’a garuu, abbaan ilmaan, haatimmoo ilmoo akkasuma dargaggeessi maatii dhiisee dhangala’aa jira.Ilmaannis haadhaa fi abbaa jalatti ajjeefamaa, hayyuun dhumaa jira.
Inni torbee kanaammoo ittuu nama qaanessa.
Egaa ā€œnamni beekaa rafe hindammaquā€jedhani,
Warri utuu waa gochuu dandeessanii callisuu filattan, bor gaaffii Waaqayyoo fi dhalootaatiif deebii qopheeffadhaa jechuun jaalladha.
…..anaan lammiikoo 😭😭😭😭

Address

Inango
Ano

Telephone

+251912663566

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abeya Yadeta posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abeya Yadeta:

Shortcuts

Share

Category