Nuro Amano

Nuro Amano This page is focus on latest Sport news

11/10/2025

Euro zone world cup qualifiers UEFA FIFA World Cup

Arsenal Fixtures
03/10/2025

Arsenal Fixtures

Goolii eegaan duraanii Saadaat Kamaal du'aan boqate****************************Goolii eegaan garee biyyaaleessaa Itoophi...
01/10/2025

Goolii eegaan duraanii Saadaat Kamaal du'aan boqate
****************************

Goolii eegaan garee biyyaaleessaa Itoophiyaa duraanii Saadaat Kamaal du'aan addunyaa kana irraa boqateera.

Saadaat kilaboota akka Buna Itoophiyaa, Machaal, Mugar, Hawaasaa, Dabra Birhaan, Poolisii Finfinnee fi Niyaalaaf goolii eegaa ta'ee tajajileera.

Kilaboota kanneenii fi garee biyyaaleessa Itoophiyaa waliinis waancaa biyya keessaa dabalatee sadarkaa Afrikaatti milkaahina ol’aanaa galmeessiseera.

Kubbaa miilaa taphachuu erga dhaabee booda ammoo leenjisaa goolii eegdotaa garee dubartoota Itoophiyaa ta'uun tajaajilaa tureera.

Dhibee isa muudateen biyya keessaa fi alatti yaalamaa kan ture Saadaat, guyyaa har'aa du'aan addunyaa kana irraa boqachuu isaa, Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa beeksiseera.

01/10/2025

Big shout out to my newest top fans! Zabiba Abdela Aliyyi

  vs   city bor sa'aatii 12:30Istaadiyeemii
20/09/2025

vs city
bor sa'aatii 12:30
Istaadiyeemii

Sagantaa taphoota Primiyeer Liigii Ingilaand Torbee 5ffaa    Premier League
20/09/2025

Sagantaa taphoota Primiyeer Liigii Ingilaand Torbee 5ffaa
Premier League

Walaayittaa Diichaan Al Iitaad wajjin qabxii qooddate.tapha gulaallii waancaa konfedereeshinii Afrikaan   tapha marsaa  ...
19/09/2025

Walaayittaa Diichaan Al Iitaad wajjin qabxii qooddate.

tapha gulaallii waancaa konfedereeshinii Afrikaan tapha marsaa jalqabaa kilaba Liibiyaa Al Iitaad wajjin Istaadiyeemii Ababa Biqilaa Finfiineetti kan taphate kilabichi 0 fi 0 ‘tiin wal qixa ba’eera.

Taphni deebii torban tokko booda Liibiyaatti taasifama jedhameera.

Wolaita dicha f.c TotalEnergies CAF Champions League & Confederation Cup

ኢትዮጵያ በሲምቦ አለማየሁ የነሀስ ሜዳልያ አገኝች***********በሴቶች 3 ሺህ ሜትር መሰናክል ፍጻሜ አትሌት ሲምቦ አለማየሁ 3ኛ ወጥታለች፡፡እየተካሄደ በሚገኝው የቶኪዮ ዓለም አትሌቲክስ ...
17/09/2025

ኢትዮጵያ በሲምቦ አለማየሁ የነሀስ ሜዳልያ አገኝች
***********

በሴቶች 3 ሺህ ሜትር መሰናክል ፍጻሜ አትሌት ሲምቦ አለማየሁ 3ኛ ወጥታለች፡፡

እየተካሄደ በሚገኝው የቶኪዮ ዓለም አትሌቲክስ ሻምፒዮና አትሌት ሲምቦ አለማየሁ ለኢትዮጵያ 2ኛውን የነሃስ ሜዳልያ አስገኝታለች፡፡

5ኛ ቀኑ ላይ በደረሰው ውድድር ኢትዮጵያ ሁለት የብር እና የነሀስ ሜዳልያ አግኝታለች፡፡

በውድድሩ ኬንያዊቷ ፌዝ ችሮቲች የሻምፒዮናውን ክብረ ወሰን በመስበር ጭምር አሸንፋለች፡፡

ባህሬናዊቷ አትሌት ዊንፍሬድ ያቪ 2ኛ ደረጃን በማግኝት የብር ሜዳልያውን ወስዳለች፡፡

ኬንያ በ20ኛው የዓለም አትሌቲክስ ሻምፒዮና ያገኝችውን የወርቅ ሜዳልያ ብዛትም ወደ 4 ከፍ አድርጋለች፡፡
ebc sport

Arsenaal hoj manee jalqabaa sirnaan xumure
16/09/2025

Arsenaal hoj manee jalqabaa sirnaan xumure

Address

Addis Abeba

Telephone

+251927277083

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nuro Amano posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nuro Amano:

Share