Sport for Generation

Tokko hiriirsisi tokko Teessoo jijjiirraa irra godhi osoo jedhamtee kami filannoon kee
03/12/2025

Tokko hiriirsisi
tokko Teessoo jijjiirraa irra godhi osoo jedhamtee kami filannoon kee

Leenjisaa Kamtu malaaf?Eenyutu immoo duursee kaardii diimaan dirree keessaa baha?
02/12/2025

Leenjisaa Kamtu malaaf?

Eenyutu immoo duursee kaardii diimaan dirree keessaa baha?

Aleksande Isak saree Paawondii 35,000 baasee saree Leenjii addaa qabu bitate😁Taphataan Liiverpuul ammaa Aleksader Isak s...
23/11/2025

Aleksande Isak saree Paawondii 35,000 baasee saree Leenjii addaa qabu bitate😁

Taphataan Liiverpuul ammaa Aleksader Isak sababa Newcastle United gadhiiseef jecha deeggartoonni kilabichaa yaalii ajjeechaa yeroo garaagaraa irratti raawwachuu irraan kan ka'e Isak Saree isa eeguu danda'u £35,000n bitate jedhamaa jira.

Aleksaander Esaak gatii guddaan Liiverpuul seenus erga Liiverpuul seenee bakka eegametti hin argamne. Gooliiwwan oomishuu hin dandeenye.

Kobeka K. Bayisa

Taphataan sarara fuulduraa Poorchugaal Kiristiyaanoo Ronaaldoon Waancaa Addunyaa bara 2026 dhumaa isaa akka ta'u mirkane...
12/11/2025

Taphataan sarara fuulduraa Poorchugaal Kiristiyaanoo Ronaaldoon Waancaa Addunyaa bara 2026 dhumaa isaa akka ta'u mirkaneesse.

Kilabii fi biyyaaf goolii 953 kan lakkoofsise taphataan ganna 40 kun ''waggaa tokko ykn lama booda'' kubbaa miilaarraa soorama akka bahus dubbateera.Waancaa Addunyaa bara dhufu Kaanaadaa, Meksikoo fi Ameerikaatti gaggeeffamu Ronaaldoof 6ffaa ta'a.

Gaaffiifi deebii CNN waliin taasiseen Roonaaldoon bara 2026 Waancaa Addunyaa irratti hirmaatu isa dhumaa ta'a jedhamee gaafatamee akkas jedhe: "Dhugaadha, eeyyee. Umuriin koo waggaa 41 ta'a, [kun] yeroon dorgommii guddaa kana keessatti ta'a jedheen yaada."

Kilabiisaa Sa'ud Arabiyaatti Al-Nassr waliin kan taphataa jiru Roonaaldoon, biyyasaaf sadarkaa idil-addunyaatti goolii 143 galchuun taphataa adda duree yoo ta’u, waliigala goolii lakkoofsise 1,000 guutuuf kaayyeeffatee hojjechaa jira

✅    🗣️ Meesin taphataa cimaa addunyaa ta'uun haa hafuutii kan Arjentiinatuu ta'uu hin danda'u. Piers Morgan.Itti dabalu...
06/11/2025

✅ 🗣️ Meesin taphataa cimaa addunyaa ta'uun haa hafuutii kan Arjentiinatuu ta'uu hin danda'u. Piers Morgan.

Itti dabaluunis Gaazzexeesan kun CR7 dura taa'ee akkana jedhaan ⤵️

✍️ "Anaaf taphataan cimaan addunyaa yeroo hundaa Si'i(CR7).Meesin addunyaa dhiisii Arjentiinafuu taphataa cimaa yeroo kamuu ta'uu hin danda'u sababiin isaas Diyaagoo Armaandoo Maraadoonan isarra cimaa ture" piers Morgan

✅CR7 ammoo kana argate mii,Jajamuu isaa gaafa baru akkana jedha.⤵️

✍️ " Arjentiinan Meesii dura Waancaa addunyaa meeqa injifatte? Lama mitii? Achitti kan barame isa kana." Jedhe.

✅Maal jechuu isaati seetan gabaabumatti Arjentinan gaafa taphataa cimaa qabdu waancaa addunyaa hedduu injifatti.amma taphataa cimaa hin qabdu jedhee Meesii credit dhoowwachuu isaati. Kanuma. Akka kootti CR7 dogoggoree jira.

Abdi Moke

Liiverpuul vs Reyaal MadridTilmaamaa
04/11/2025

Liiverpuul vs Reyaal Madrid

Tilmaamaa

Taphataan jijjiirraawwan kanneen irratti hirmaatee kilaboota kanneeniif taphate eenyu jedhama?
03/11/2025

Taphataan jijjiirraawwan kanneen irratti hirmaatee kilaboota kanneeniif taphate eenyu jedhama?

EL CLASSICOREAL MADRID 12:15 BARSELONAKilaboonni waliif masaanuu kun har'a tapha ajaa'ibaa daawwattoota affeereef wal be...
26/10/2025

EL CLASSICO

REAL MADRID 12:15 BARSELONA

Kilaboonni waliif masaanuu kun har'a tapha ajaa'ibaa daawwattoota affeereef wal beellamaniiu.

105 REAL MADRID injifateera
104 BARCELONA injifateera

Har'a eenyutu injifata

STADIO BERNABÉU

Taphichi dirree cufaatti geggeeffama

Tilmaamaa

Frank Illet jedhama.Hamma Maanchester Yuunaayitid taphoota Piriimiyeer Liigii 5 walitti aansee injifatutti rifeensa koo ...
25/10/2025

Frank Illet jedhama.

Hamma Maanchester Yuunaayitid taphoota Piriimiyeer Liigii 5 walitti aansee injifatutti rifeensa koo hin sirreeffadhu jedhee waadaa seene. Erga akkana jedhee har'a waliin guyyoonni 385 lakkaawwamaniiru.

Hamma Maanchester Yuunaayitid taphoota 3 walitti aansee injifateera. Yoo tapha itti aanu lamaan dirreen ala Nottingham fi Tottenham waliin falmatan kan injifatan ta'e rifeensa isaa ni sirreeffata jedhamee eegama.

Hin taane taanaan ammas taphoota biraa 1 jedhee jalqabee eega jechuu dha😁

Atileetikoo Maadriid Arsenaal himate.Tapha Chaampiyoonsi Liigii har'a galgala kilaboonni lamaan Emireetisitti waliin tap...
21/10/2025

Atileetikoo Maadriid Arsenaal himate.

Tapha Chaampiyoonsi Liigii har'a galgala kilaboonni lamaan Emireetisitti waliin taphataniif, kaleessa taphattoonni Atileetikoo Maadriid shaakalaan booda qaama dhiqachuuf Emireetisii bishaan hoo'aa dhabanii osoo qaama hin dhiqatin gara hoteelaa deebi'an.

Kanaaf Atileetikoo Maadriid, Arsenaal shira taphattoota koorratti raawwate jechuun 'UEFA'tti himate.

Arsenaal immoo Atileetikoo Maadriid dhiifama jedheen

Girma Beyene

Arsenaal kubbaa miilaa Ajjeesaa jiru🤔"Kubbaa dheeraan tapha ajjeesaa jira, kun immoo akka liigii Amateur ilaaluuti. Kun ...
21/10/2025

Arsenaal kubbaa miilaa Ajjeesaa jiru🤔

"Kubbaa dheeraan tapha ajjeesaa jira, kun immoo akka liigii Amateur ilaaluuti. Kun hundi kan ta'eef sababa Arsenaaliitiini, Piriimiyerliigii balleessaniiru." 😬

Jamie O'Hara [Taaphataa Tootinaam duraanii]:

Address

Bole
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sport for Generation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sport for Generation:

Share

Category