25/08/2026
ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች ፤ እንኳን ለ1 ሺህ 501ኛው የነቢዩ መሐመድ (ሰ.ዐ.ወ) የመውሊድ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
በዓሉን ስናከብር እንደከዚህ ቀደሙ የተቸገሩ ወገኖችን በመርዳት፤ ለሌላቸው በማካፈል፣ የታረዙትን በማልበስ፣ የታመሙትን በመጠየቅ እንዲሆን እመኛለሁ።
በድጋሚ እንኳን አደረሳችሁ - ኢድ ሙባረክ!
ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ህዝቦቿን ይባርክ!
Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaaf Baga Ayyaana Mawliidaa Nabiyyii Mahaammad (S.A.W) 1, 501ffaaf nagaan geessan!
Ayyaanicha wayita kabajnu akkuma kanaan duraa lammiilee keenya rakkatan gargaaraa, warra hin qabneef qoodaa, warra daaran uffisuun, warra dhukkubsatan gaafachuun akka ta'un hawwa.
Irra deebiin baga geessan - Iid Mubaarak!
Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee haa eebbisu!