Oro Maanchestar Siitii

Oro Maanchestar Siitii Full barruun kun page Deeggartoota Maanchistar Siitiitti. We are the Citizen's 💙[ The Sky Blue]

BIIIIIIIIIIIIIIIG DAY FOR BOOOMBAMaanchestar Siitiin Enzoo Fernandes mallateessifaachu IfoomsaniruuuuuuuMee warri akka k...
01/09/2026

BIIIIIIIIIIIIIIIG DAY FOR BOOOMBA

Maanchestar Siitiin Enzoo Fernandes mallateessifaachu Ifoomsaniruuuuuuu

Mee warri akka koo kana eega turtan jirtu?

Remadan Alo Kesim

Manchester Siitiin Enzo Fernandez mallatteessuuf waliigaleera.
01/09/2026

Manchester Siitiin Enzo Fernandez mallatteessuuf waliigaleera.

Crystal palace 1:4 Man City Haaland ⚽⚽Cherki⚽⚽Foden🎯🎯
29/08/2026

Crystal palace 1:4 Man City
Haaland ⚽⚽
Cherki⚽⚽
Foden🎯🎯

Mucaa keenya Our new Rodri💙Ayyoub Bouaddi (number 32)
28/08/2026

Mucaa keenya

Our new Rodri💙

Ayyoub Bouaddi (number 32)

Allan Elias Kilaba biyya Brazil 🇧🇷 Palmerias irraa Magaalaa Manchester qubateera. waliigalteen isaa torban kana keessa x...
28/08/2026

Allan Elias Kilaba biyya Brazil 🇧🇷 Palmerias irraa Magaalaa Manchester qubateera. waliigalteen isaa torban kana keessa xumuurama jedhameera. (Fabrizo)

✍🏻 Amiin Sheekaa

PL tapha torbee 2ffaaCrystal palace vs Manchester city Dirree: Sellhurst Park  (Crystal palace )Sa'aatii 🇪🇹-4:00💙Taphoot...
28/08/2026

PL tapha torbee 2ffaa

Crystal palace vs Manchester city
Dirree: Sellhurst Park (Crystal palace )
Sa'aatii 🇪🇹-4:00

💙Taphoota 32 waliin taphataniiru
Crystal palace si'a 4 qofa moo'e.
Manchester city 'n si'a 23 moo'eera.
Yeroo 5 qixaan xumuuran.

Caarraa gaarii Lammiiwwaniif

tilmaama keessan comments jala kaa'aa!

✍🏻Amiin Sheekaa

Ramaddiin Chaampiyoonsi Liigii 2026/27 Zesiitiizensi kana fakkaata.🩵✍🏻 Amiin Sheekaa
28/08/2026

Ramaddiin Chaampiyoonsi Liigii 2026/27 Zesiitiizensi kana fakkaata.

🩵
✍🏻 Amiin Sheekaa

Fooyituu Lammiiwwanii 3ffaa 2026/27🤍🩵
28/08/2026

Fooyituu Lammiiwwanii 3ffaa 2026/27🤍🩵

✍️ Raajii jaallattoonni kubbaa miilaa, 'faranjii quuftee wal ariitu hordofan' hojjetan kana naaf ilaalaa!🥺Deeggartoonni ...
24/07/2026

✍️ Raajii jaallattoonni kubbaa miilaa, 'faranjii quuftee wal ariitu hordofan' hojjetan kana naaf ilaalaa!🥺

Deeggartoonni kilaba keessaniin boontan immoo taasisaa Addunyaa waliin gahaa!

- Torbeewwan muraasa dura ture waldaan keenya waldaan Deeggartoota Manchester City Itoophiyaa damee Finfinnee (Man City Addis) Leenjisaan Manchester City Pep Guardiola'n waggoota 10niif achi ture kilabichaan adda bahuusaa sababeeffatanii, maqaasaatiin qotuudhaaf kan karoorfame.

-Akka dhuunfaatti,Anis miseensota keessaa tokko waanin tureef,Hawaasa keenya bishaan dhugaatiirraa fagoo jiran kan tasumaa bishaan hin arganne akkan eeruu kennu kaninmariisifame ta'us; bakkeewwan kennaman keessaa bakki hanqina bishaan dhugaatii ham°aadhaan rakkataa jiru fi bulchitoota naannoo sanaa wajjin sirreessuuf dursee haalli mijate Godina kambaataa,Aanaa Daamboyaa bakka jedhamu waan tureef,buusii deeggartoota Manchester City biyya keessaa fi alaa akkasumas hordoffii karaa bakka bu'ootasaa The Boss Feysel Kun Hus fi kilbni keenya Manchester City-n taasisaa tureen kunoo,harra qotamee xumuramee,eebbifamee Hawaasaaf banaa taasifameera.🙏🥺

==> Egaa,kubbaan miilaa kanaaf itti cichinee jaallanna, gaafa afaan guunnee,laphee dhiibnee"kubbaan miilaa waan hunda keenya" jennus sababoota akkanaatiifi.🥰

-Hiriyoonnikoo jaallattoonni Kubbaa miilaa keessumaa, Obboloonnikoo deeggartoonni Manchester City, Namoota "Faranjii quuftee wal ariitu deeggartaa?" jedhan sana biraan barreeffamakoo kana naaf gahaa!🙏
Jabir Zenu ttin 🙌

''Maanchister Siitiin kilaboota guddaa addunyaa kanaa keessaa isa tokko.''''Maanchisteer Siitiin yeroo akka nafudhatu be...
23/07/2026

''Maanchister Siitiin kilaboota guddaa addunyaa kanaa keessaa isa tokko.''

''Maanchisteer Siitiin yeroo akka nafudhatu beekuu jijjiiraan kun akka xummuramu heedduun feedhee ture.''

''Maanchisteer Siitiin geeboota injifachuufi sadarkaa olaanatti morkkachuuf kan ijaarameedha.''

Eeliyoot Andeersen

Address

Addis Ababa

Telephone

+966592050243

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro Maanchestar Siitii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oro Maanchestar Siitii:

Shortcuts

Share