CWW Horse Riding Club

CWW Horse Riding Club your future is riding on every run! my horse helps me be a better person by teachingme responsibility

Fardi Oromoo biratti kabaja! Matumayyuu akka ilmoo isaatti ilaala! Ni kunuunsa! Ni mararfata.Anis Abbootii koo irraa kan...
18/01/2026

Fardi Oromoo biratti kabaja! Matumayyuu akka ilmoo isaatti ilaala! Ni kunuunsa! Ni mararfata.
Anis Abbootii koo irraa kana dhaaleera!
Fardi anaf amanamaadha! Hiriyaadhas!, fardi nama kuffisee gatee hin deemu, fardi miira Namas ( Abbaa fardichaa) ni hubata. Namaf walii gala! Addunyaa kana irraa fardi goota! Jabaadhas! Fardi Anaaf Simboo dha! Nan mararfadha! Kanaafiin olmalee koo farda waliin tasiifadha." Caaltuu Warra Waddessaa
CWW Horse Riding Club





Address

Addis Abeba
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when CWW Horse Riding Club posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share