SKY Ispoortii SI

SKY  Ispoortii  SI Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from SKY Ispoortii SI, Sport & recreation, Finfinnee, Addis Ababa.

👥Taphataan balleessaa tokko malee adabamuu  akka danda’u Piriimiyer liigii Ingilaandi keessatti. Ajab. 👥Dubbii seerri FA...
18/08/2026

👥Taphataan balleessaa tokko malee adabamuu akka danda’u Piriimiyer liigii Ingilaandi keessatti. Ajab.
👥Dubbii seerri FA Ingilaandi hojiirra oolchu tana quba qabduu?.Namni balleessaa tokko malee adabama jedhan.
👥Goolii eegaan miidhameera jechuun taphichi sekondiiwwan harca'aniif akka addaan cituuf sababa yoo tahan .
👥Wal'aansa argatanii taphichi jalqabamuun dura taphataan filame tokko dirree bahee daqiiqaa tokkoof tura jechuu.
👥Leenjisaan sekondii 10 keessatti taphataa daqiiqaa 1'f adabamu ariitiin hin filanu yoo tahe'Captain'dirqamee daqiiqaa 1'f dirree gad lakkisa jechuu.
👥miidhamni goolii eegaa garuu taphattootan walitti bu'ee kan miidhame yoo tahe seerichi hojii irra hin oolu .

Loading...Tapha Eegamaa Guyyaa har'aa geggeeffamu tapha 🏆 UEFA SUPER CUP 2026 kan walitti fide ⚔️ PSG vs Aston Villa 🏟️ ...
12/08/2026

Loading...
Tapha Eegamaa Guyyaa har'aa geggeeffamu tapha 🏆 UEFA SUPER CUP 2026 kan walitti fide ⚔️ PSG vs Aston Villa 🏟️ Stadium: Red Bull Arena galgala sa'aatii ⏰ 4:00 yeroo jedhu eegala!
PSG - Paris Saint-Germain Vs Aston Villa FC
Tilmaama keessan kaa'a!!
Prediction!

The Premier League's two unbeaten sides meet at Selhurst Park 😤Will Crystal Palace Football Club or Liverpool FC continu...
27/09/2025

The Premier League's two unbeaten sides meet at Selhurst Park 😤

Will Crystal Palace Football Club or Liverpool FC continue their impressive streak?

28/05/2025
YNWA
28/05/2025

YNWA

🔴⚽️ 🔥🔥    🔥🔥 ⚽️🔴 Namoota Tilmaama sirrii tilmaamaniif Golli Ispoortii badhaasa qabatee dhufee jira!!    FC Liivarpuul 🆚️...
13/04/2025

🔴⚽️ 🔥🔥 🔥🔥 ⚽️🔴
Namoota Tilmaama sirrii tilmaamaniif Golli Ispoortii badhaasa qabatee dhufee jira!!

FC Liivarpuul 🆚️ Westihaam Yuunaaytid

🏆 Tapha Premier League torbee 32ffaa!
🏟 Anfield Road Stadium - Merseyside
📆 Har'a
⌚ 1️⃣0️⃣:0️⃣0️⃣
⛳ Abbaan Murtee; Andrew Madley
🖥 VAR; John Brooks

Today's Premier League results 👊
12/04/2025

Today's Premier League results 👊

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when SKY Ispoortii SI posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share