Finfinne Sport

Finfinne Sport Oduu Ispoortii Afaan oromoon hordoftoota keenya biraa ni geenya

20/03/2026
04/10/2025

Ruben Amorim has said he won't resign as Manchester United head coach 🗣️

Cheelsiin morkii cimaan kan irratti mul'achaa jiru hirmaannaa dorgommii shaampiyoonsi liigii bara dhuftuuf haala mijeeff...
13/04/2025

Cheelsiin morkii cimaan kan irratti mul'achaa jiru hirmaannaa dorgommii shaampiyoonsi liigii bara dhuftuuf haala mijeeffachuuf dirree ofii istaanfoordi biriidgi irratti Ipswich Town sa'a 10:00 irraa kaasee nii keessummeessa.

Liiverpuul imala gara waancaa jabeeffachuuf Tapha sa'a 10:00 irratti Weest haam waliin qabuuf haala kanaan Hiriira tapha...
13/04/2025

Liiverpuul imala gara waancaa jabeeffachuuf Tapha sa'a 10:00 irratti Weest haam waliin qabuuf haala kanaan Hiriira taphattoota isaa ifoomsee jira.

Liiverpuuliifi Man siitiin haala kanaan walitti qopha'aa jiru. Eenyutu injifata jettu. Yaada keessan kennaa.
10/03/2024

Liiverpuuliifi Man siitiin haala kanaan walitti qopha'aa jiru. Eenyutu injifata jettu. Yaada keessan kennaa.

12/09/2023

Baga bara 2016 nagaan geessan!!!

Ramaddiin tapha shaampiyoonsi liigii Awurooppaa har'a ifoomee jira. Ramaddii Kamtu cimaadha jettanii yaaddu? Yaada keess...
31/08/2023

Ramaddiin tapha shaampiyoonsi liigii Awurooppaa har'a ifoomee jira. Ramaddii Kamtu cimaadha jettanii yaaddu? Yaada keessan comment irra nuuf ka'aa.
Finfinne Sport

Sadarkaa tapha piriimiyeer liigii Ingilizii kan torban sadaffaatiin Maanchiister siitiin qabxii 9 sassaabbachuun dursuu ...
28/08/2023

Sadarkaa tapha piriimiyeer liigii Ingilizii kan torban sadaffaatiin Maanchiister siitiin qabxii 9 sassaabbachuun dursuu eegalee jira.
Finfinne Sport

Baga gammaddanAtileet Amaanee Bariisoo dorgommii Maraatoonii dubartootaa injifatte. Fiigichi maaraatoonii dubartootaa  B...
26/08/2023

Baga gammaddan
Atileet Amaanee Bariisoo dorgommii Maraatoonii dubartootaa injifatte.

Fiigichi maaraatoonii dubartootaa Budaappestitti dorgomameen Atileet Amaanee Bariisoo 1ffaa bahuun Itiyoophiyaaf warqee argamsiifteetti.

Atileet Gooyitiitoom Gabrasillaasee 2ffaa bahuun meetii Itiyoophiyaaf argamsiifteetti.
Finfinne Sport

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Finfinne Sport posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category