Kuba Zewdie

Kuba Zewdie sport

jijjirama Guddaa=============================Guddattoonni kubbaa miilaa Bulchiinsa magaala Laga Xaafoo Laga Daadhii gare...
10/07/2023

jijjirama Guddaa
=============================
Guddattoonni kubbaa miilaa Bulchiinsa magaala Laga Xaafoo Laga Daadhii garee guddattoota Bulchiinsa magaala Galaan 2vs 0'n moo'un Boru qopheessituu waldorgommii Adaamaa waliin geephaf darbuuf 10:00'n irratti ni taphatu
carraa gaarii

21/12/2022
24/10/2022

Atileetiksii
=================
waldorgommii Atileetiksii 15km sadarkaa Oromiyaatti Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu gaggeeffameen Bulchiinsi Magaalaa Laga xaafoo Laga Daadhii
kilabii dhiiran qabxii waliigalatin 2ffaa
Garee Bulchiinsa magaalatin qabxiu waliigalatin 1ffaa fi Geephe 1argachuu danda'eera

22/10/2022

Never Ever Backs Down
==========================
He never backs down from where he plans to go. But for a time it will be tested

All who stood for him will protect him from the problems he has faced and may face in the future

15/10/2022

Walta'iinsa waajjira Dargaggoo fi Ispoortii BMLXLDaadhii Fi Federeeshinii Ispoortii Aadaa Oromiyaatin Leenjin Leenjisummaa Fi murteessummaa Guyyaa 10/02/2015 Sa'aatii 2:30 irraa eegalee waan kennamuuf Namoonni fedhii qabdan dursitanii qalmaa'un Akka irratti hirmaatan isin beeksisa
Iddoon galmee waajjira Dargaggoo fi Ispoortii BMLXLDaadhii

Finfine city cup 11. 01.2015=============≠=========Today LXLD Vs Electric8:00Abebe Bikila
21/09/2022

Finfine city cup
11. 01.2015
=============≠=========
Today
LXLD Vs Electric
8:00
Abebe Bikila

Jaarsaf Daa'ima================================Jaarsi mala beeka. Daa'imni irraa baratti. Jaarsi bakka amma jiru kana ga...
20/09/2022

Jaarsaf Daa'ima
================================
Jaarsi mala beeka. Daa'imni irraa baratti. Jaarsi bakka amma jiru kana gahuuf karaa baayy'ee ifaaje. Daa'imni sabiyyin bakka jaarsi ittin as gahee osoo hin taane, mala inni bakka amma jiru ittiin as gahe irraa baratti.
Waanuma ta'eefuu
LXLD VS ETH. COFFEE 1 vs 1

waldorgommii city cup Finfinnee 09.01.15=================================Kilabiin bulchiinsa magaalaa LXLD boru Buna Ito...
18/09/2022

waldorgommii city cup Finfinnee
09.01.15
=================================
Kilabiin bulchiinsa magaalaa LXLD boru Buna Itoophiyaa waliin 10:00tti ni taphata.
Abebe Bikila Stadium
Kaayyon waldorgommii Kanarratti hirmaachuu
Ciminaa fi Hanqina jiru adda baafachuun irratti hojjechuu

Gaaftokko dhugaa

Deeggartoota LTLD FcMiseensota Bulchiinsa kilabiiTaphattoota miseensa kilabii===================================Deeggart...
11/09/2022

Deeggartoota LTLD Fc
Miseensota Bulchiinsa kilabii
Taphattoota miseensa kilabii
===================================
Deeggartoota ykn ga'e qabattoota kilabii kubbaa miilaa laga Xaafoo laga Daadhii hundaaf
Baga Bara haaraa 2015 nagaan geessan jechaa
Barri 2015 bara Tokkummaa, bara Jaalalaa, Bara waldeeggarsaa, bara komattu fi goomattuun itti badduu fi itti cabdu, Bara Kilabiin galma eenyummaa fi ibsituu magaala fi naannoo keenyaa qabatee socha'u bira gahu akka ta'u isinii hawwa.
Bara kana caalmatti akka milkaa'uf, kilabichi Rabbiif isin qaba. asgahee duubatti hin deebi'u. Mulli'ata qaba, bira gahuuf hojjeta. caarraan bakka amma jiru kana hin geenye. alaa fi keessaa hojii dadhabsiisaa hojjetamee fi gatii guddaa itti kaffalameen bakka kana gahe.

Diinni eenyummaa qabdu. Garuu Keessaf alaa nucabsuu barbaadu
Akkamitti? walitti deebina

Address

Addis Ababa

Telephone

+251913299616

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kuba Zewdie posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kuba Zewdie:

Share

Category